Murteessaa Dha (@abdujabarshuka6) 's Twitter Profile
Murteessaa Dha

@abdujabarshuka6

Aangoon tan Khaaliqaati!

ID: 1398660984080846848

calendar_today29-05-2021 15:22:43

1,1K Tweet

5,5K Followers

1,1K Following

Guyo Wariyo Aba-Jirma (@guyowabajirma) 's Twitter Profile Photo

Dargaggoo #Wabii_Burqaa ( Wabi Sena } Magaalaa Adaamatti qabamee hidhamee Jira jecha jiru. Mucaan kun bara naa hiidhan sunillee hiidhaa ture .Carraan ilmaan Oromoo akkas taโ€™e . ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Dargaggoo #Wabii_Burqaa ( Wabi Sena } Magaalaa Adaamatti qabamee hidhamee Jira jecha jiru.

Mucaan kun bara naa hiidhan sunillee hiidhaa ture .Carraan ilmaan Oromoo akkas taโ€™e .

๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
Murteessaa Dha (@abdujabarshuka6) 's Twitter Profile Photo

Over 40 000 mennesker er pรฅ randen av dรธden pรฅ grunn av sult og tvunget til รฅ spise blader, rรธtter og tigge om hjelp. pic.x.com/rGev6MWhPJ Hvorfor er UNESCO ๐Ÿ›๏ธ #Education #Sciences #Culture ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ณ, World Food Programme og andre Intl. matorganisasjoner som ignorerer Oromoere? NorwayUN Human Rights Service UN Human Rights #OromoIsStarving

Murteessaa Dha (@abdujabarshuka6) 's Twitter Profile Photo

Nama an akkaan jaaladhuu fi Kabaja Ustaaz Raayyaa Abbaamacca Nama Tuffii hin beekne nama xiqqaa guddaa waliin kolfanii taphatan Umrii keessaan Rabbi isin haa dheeressuu.

Nama an akkaan jaaladhuu fi Kabaja
Ustaaz Raayyaa Abbaamacca
Nama Tuffii hin beekne nama xiqqaa
guddaa waliin kolfanii taphatan Umrii
keessaan Rabbi isin haa dheeressuu.
Boonaa Abduu (@boonaaabduu) 's Twitter Profile Photo

#StopDiscrimination #NoToDiscrimination #EqualOpportunityForAll #NoToMonoploy #NoToOneEthnicMonopoly #BoycottSafaricomPLC #BoycottSafaricomEthiopia #NoExpansionInOromia #ShameOnSafaricom

#StopDiscrimination
#NoToDiscrimination
#EqualOpportunityForAll
#NoToMonoploy
#NoToOneEthnicMonopoly
#BoycottSafaricomPLC
#BoycottSafaricomEthiopia
#NoExpansionInOromia
#ShameOnSafaricom
Murteessaa Dha (@abdujabarshuka6) 's Twitter Profile Photo

#StopDiscrimination #NoToDiscrimination #EqualOpportunityForAll #NoToMonoploy #NoToOneEthnicMonopoly #BoycottSafaricomPLC #BoycottSafaricomEthiopia #NoExpansionInOromia #ShameOnSafaricom

#StopDiscrimination
#NoToDiscrimination
#EqualOpportunityForAll
#NoToMonoploy
#NoToOneEthnicMonopoly
#BoycottSafaricomPLC
#BoycottSafaricomEthiopia
#NoExpansionInOromia
#ShameOnSafaricom
Murteessaa Dha (@abdujabarshuka6) 's Twitter Profile Photo

Waan Ajaa'ibaa namni gariin kan ofiifuu hin qabne namaaf kennuu jaalata, gariin ammoo kan hedduu qabu xiqqollee kennachuun itti ulfaata! Rabbiin Qabeenya nuuf kennee Arjoomuu nuuf haa laaffisu.

Waan Ajaa'ibaa namni gariin kan
ofiifuu hin qabne namaaf kennuu
jaalata, gariin ammoo kan hedduu
qabu xiqqollee kennachuun itti
ulfaata!
Rabbiin Qabeenya nuuf kennee
Arjoomuu nuuf haa laaffisu.