Hussen Yassiin (@yassiinhussen) 's Twitter Profile
Hussen Yassiin

@yassiinhussen

ID: 1558553791363964929

calendar_today13-08-2022 20:42:44

14 Tweet

54 Followers

291 Following

Hussen Yassiin (@yassiinhussen) 's Twitter Profile Photo

Markazni furqaan magaalaa ciro Guyyaa arraa barattoota hedduu quraanaan eeybise Nutiis irratti arkamnee bashanan siisaa oollee

Markazni furqaan magaalaa ciro 
Guyyaa arraa barattoota hedduu quraanaan eeybise 
Nutiis irratti arkamnee bashanan siisaa oollee
Hussen Yassiin (@yassiinhussen) 's Twitter Profile Photo

Yaadannoo woggaa 1'ffaa injifannoo Xalibaan. Xalibaan erga masaraa mootummaa Kaabul harka aduwwii baasee to'annoo ofii jala olchee as jijjirama ariifachisaan Afgaaniini ijaaraa jira.

Yaadannoo woggaa 1'ffaa injifannoo Xalibaan.

Xalibaan erga masaraa mootummaa Kaabul harka aduwwii baasee to'annoo ofii jala olchee as jijjirama ariifachisaan Afgaaniini ijaaraa jira.
Hussen Yassiin (@yassiinhussen) 's Twitter Profile Photo

Eeyye bakkuma citteen dhiiydi Rakkoo hawaasa keenya Wallaggas, Siikkoof mandoo, Afranqqllootiif WaldaanHawaasa Oromoo Finlandi qarshii 164160 karaa Dr Zalaalam Abarraa Tasfaatiin dhaabbata egereetiif galii taasisaniiru Warri Finiland Galatoomaa ergaan keessan nudhaqqabeera.

Eeyye bakkuma citteen dhiiydi
Rakkoo hawaasa keenya Wallaggas, Siikkoof mandoo, Afranqqllootiif WaldaanHawaasa Oromoo Finlandi qarshii 164160 karaa Dr Zalaalam Abarraa Tasfaatiin dhaabbata egereetiif galii taasisaniiru 
 Warri Finiland Galatoomaa ergaan keessan nudhaqqabeera.