Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile
Dhugoomsaa Gadaa

@aannoo_oromo

Akka Oromootti, waan waliin qabnu waliin kabajuu fii waan adda qabnu waliif kabajuun OROMUMMAA guddisuu, dagaagsuu fii kununsuudha‼️

ID: 298461918

calendar_today14-05-2011 10:49:24

10,10K Tweet

4,4K Followers

2,2K Following

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

On 6/26/24, in Naqamtee town, Eastern Wallaggaa, Fiqaaduu Guddinaa, a youth from Noolee dis., was executed by Abiy Ahmed’s militia while innocently using Wi-Fi at an internet cafe in kebele 03. Mike Hammer Human Rights Watch Norway MFA The Associated Press CNN #EndOromoGenocide

In N. Oromia's Walloo, Baatee district, Immaam kebele, on 6/3/24, Abiy's militant forces from Affaar opened fire on civilians, wounding Muktaar Abdu. End the orchestrated horizontal conflicts! Secretary Antony Blinken Mike Hammer Human Rights Watch Norway MFA #EndOromoGenocide

19 year-old Daawwit Jabeessaa, from W. Wallaggaa's Laaloo Assaabii dis, was brutally targeted by Abiy's police on 7/22/24. They seized his ID & phone, subjected him 2 a severe beating, & executed him on the streets of Naqamtee town. Human Rights Watch #EndOromoGenocide

On 7/20/24, 5 Oromo civilians, including Dassuu Fitsa’aa & Shaambal Irraanuu, were executed by Amhara insurgents collaborating with Abiy's forces in S.W. Shaggar's Ammayya dis, Dambilaal village. Complicity in these atrocities demands global attention. Human Rights Watch #EndOromoGenocide

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

On 8/1/24, Abiy's forces brutally executed 8-year-old Abullakiim Abdallaa & father of 2, Yaasin Said, in front of Yaasin's home in E. Arsii, Martii dis, Gorobaa kebele. They demanded payment from relatives 2 retrieve the bodies. Human Rights Watch #EndOromoGenocide

In W. Wallaggaa, Qilxuu Kaarraa dis., forces under Abiy Ahmed are executing Oromo youths after torture. Victims include Fiqiruu Awwaata Waakkeenne & Saamu'el Waakkennee in Guyyoo Daallee & surrounding areas. x.com/QubeeMNation/s……

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

Mother Gudise Irkisaa from Gudar, W. Shaggar's Tookee Kutayee dis, has been imprisoned for 4 months by Ethiopian forces, accused of being a mother of freedom fighters. Family members should not be penalized 4 adults' actions. Human Rights Watch #UN #EndOromoGenocide

The IMF provided funds to Abiy Ahmed's regime, which are reportedly being used to perpetrate human rights abuses. This misuse of international aid is a serious concern 4 all donors. Senate Foreign Relations Committee Chairman Mike Hammer UNICEF Human Rights Watch The Associated Press CNN #EndOromoGenocide

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

PPn waggaa shan guutu Oromoo fi Oromiyaa dararaa fi jeequmsa hedduu keessa dabarsite. Guyyaa tokkoof illee Oromoon nagaa argatee hin beekuu. Ajjeechaa fi qee’ee irraa buqqa’uun akkuma itti fufetti jira. Kun yoom dhaabbataa? #OromoVoice #EndOromoGenocide

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

Diinotni Oromoo fi Oromiyaa baayyee dha. Xummura qabsoo gabrummaa goolabuuf Oromoon tokkummaa fi cichoomina kaayyoo birmadummaa isaa haa jabeessu. #oromovoice #EndOromoGenocide

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

Mootummaan Abiyyi shororkeessaa fi hattuu dha. Oromoof kan hin dhaabbanne, kan ajjeesuu, hidhuu, beelaaf saaxiluu, lafa isaa saamu, qe’ee isaa irraa buqqisiisuu fi salphisu dha. Kun dalagaa isaan ittin beekamani dha. Mootummaa Abiyyi balaaleffadhaa! #oromovoice #EndOromoGenocide

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

WBOn bilisummaa fi birmadummaa uummata Oromoof qabsa’aa! Oromoo, karaa dandeesseen WBO jabeeffadhu. #oromovoice #EndOromoGenocide

Murni waraana labsuun gaanfa Afrikaa keessatti adda durummaa qabaachaa jiru PP dha. Barcuma aangoo isaa jabeeffachuuf dargaggoota qe'ee isaanii irraa humnaan qabee mooraa leenjiitti geessaa jira. Dargaggoo Oromoo of eeggadhaa. WBO'tti makamaa. #oromovoice #EndOromoGenocide

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

Ajandaa diinni si booceen hin borcamiin. Wal guurrmeessaa, WBO jabeessaa, gabrummaa huundee irraa buuqqisaa. #EndOromoGenocide

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

Oromoo sagaleen jalaa ukkamamee, mirgi isaa sarbamee fi wanjoo gabrummaa jalatti kufeef abadan cal jennee hin teenyu. Haga bilisummaa fi birmadummaatti saba Oromoof nuti sagalee dha. Tokkummaa jabeessaa! #EndOromoGenocide

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

#ABO_WBO Jaallan Gurmeessee kan inni bosana seeneef; jibbaa, hammeenya fi hacuuccaa Uummata Oromoo irra jiru cabsuuf birmadummaa fi Walabummaa waarawaa mirkaneessuuf dha; Kanaaf Oromoon marti qaama kana deeggaruu fi Tumsuun barbaachisaa dha. Dirqama! …

Oromoon akka sabaatti jiraachuuf falli tokkichi inni qabu waan qabu hundaan Waraana isaa Waraana Bilisummaa Oromoo (#WBO) bira dhaabbachuun mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu isaa goonfachuu qofa. #OromoVoice #EndOromoGenocide

Dhugoomsaa Gadaa (@aannoo_oromo) 's Twitter Profile Photo

Oromoo, hin mamiin, hin raafamiin, kaayyoo kee irraa hin soocha’iin. Tokkuummaan kee uutubaa cimaa dha gabrummaa huundee isaa irraa ni buuqqisa. #EndOromoGenocide