Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile
Danda'aa Waa Hundaa

@joote8

Yoo tokko taanee Kabajaas Waan barbaannus Arganna.kanaafan Tokkummaa Lallaba.
Sabni Biyya Ijaarrachuuf Deemu Wal hin harcaasuu

ID: 1478328371968974848

calendar_today04-01-2022 11:35:21

524 Tweet

1,1K Followers

892 Following

Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

Ilmaan Oromoo moonaa diinaa gannuun moona WBO gabbisuu ittumaa fufuun namni lama qawwee turkii afuriin wboti ida'amaani jiruu.koottaa ammas!!

Bsga Gammaddan!! WBOn Zoonii Lixaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Humna Haaraa Simatee Barsiisaa Ture Sirna Hoi'aan Eebbisiisee Dirqamaaf Qopheessaa Jira BAGA gammaaddan!

Bsga Gammaddan!!
WBOn Zoonii Lixaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Humna Haaraa Simatee Barsiisaa Ture Sirna Hoi'aan Eebbisiisee Dirqamaaf Qopheessaa Jira
BAGA gammaaddan!
Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

Kibba Lixa Shaggar Aanota 3 Tajii,Tulluboolloo,Arbuu Culullee fi Sadeen Sooddoo WBO Sa'aatii Walfakkaa seenuu Hidhamtoota 50 ol Baasee Tirafika Tokko dabalatee Poolisota 6 Booji'uun Qawwee Argitan Kanas Magaazana Cabsee Dhuuffatee Jira.

Wbon Zooni G/galaa Kaaba lixa shaggar humna haaraa simaatee Leenjiisaa turee milkiin Eebbisiisuu beeksiisee Jira baga milkooftaan.

WBO Zooni Kibbaa Gujii Lixaa Keessa Socho'u Kaadhimatootaa Haaraa Loltummaaf Barnoota Siyaasaa Barsiisaa Ture Sirna Hoo'aan Eebbisiisuu Dirqama Itti aanuuf Qopheessee Jira. Baga Gammaddan!!

WBO Zooni Kibbaa Gujii Lixaa Keessa Socho'u Kaadhimatootaa Haaraa Loltummaaf Barnoota Siyaasaa Barsiisaa Ture Sirna Hoo'aan Eebbisiisuu Dirqama Itti aanuuf Qopheessee Jira.
  Baga Gammaddan!!
Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

Baga Gammaddan! WBOn GGO Waraanni pp Lafoof Qilleensa Irraan Itti Duultus Sana Cufaa Qolachaa, gamaa biraan ammoo leenjii waraanummaaf siyaasaa yeroo yeroon kennuun ammas Eebbisiisee Jira.baga gammaddan funyaan shaggar jala ta'aanii hojii boonsaa kana hojjechuun Salphaa Mit.

Baga Gammaddan!
WBOn GGO Waraanni pp Lafoof Qilleensa Irraan Itti Duultus Sana Cufaa Qolachaa, gamaa biraan ammoo leenjii waraanummaaf siyaasaa yeroo yeroon kennuun  ammas Eebbisiisee Jira.baga gammaddan funyaan shaggar jala ta'aanii hojii boonsaa kana hojjechuun Salphaa Mit.
Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

WBOn GG oromiyaa Kaadhimamtoota Haaraa Buufata Leenjii Gara garaa keessatti Loltummaaf Siyaasaan Qaraa Ture Sirna Hoo'an Eebbisiisee Dirqama Itti Aanuuf Qopheessee jira. L

Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

WBOn GGO Finfinnee jalatti Godina Addaa Sulultaa Iddoo Gaaleyyii Mana Abbichuu jedhamtutti tarkaanfii WBOn W/ PP patirolii figduu Irratti fudhateen Comader Millishaa Baacaa Girmaa jedhamu dabalatee 9 battalatti yoo duutu 4 madoon Adabee jira Bkm 1 fi AKM 10 gali ta'e

#Salaale_Darraa ttii Faannoon kunneen daa'ima waggaa 4.hatanii osoo miliquuf jedhanii to'aanno jala oolaniru. Faannoon kunneen daa'ima hatanii osoo miliquuf jedhanii qabaman! መረጃ፦ሰላሌ ላይ ህፃን ሰርቀው ሊያመልጡ ሲሉ ሁለት ፋኖዎች በOLA ቁጥጥር ሥር ውለዋል

#Salaale_Darraa ttii 
Faannoon kunneen daa'ima waggaa 4.hatanii osoo miliquuf jedhanii to'aanno jala oolaniru.
Faannoon kunneen daa'ima hatanii osoo miliquuf jedhanii qabaman!
መረጃ፦ሰላሌ ላይ ህፃን ሰርቀው ሊያመልጡ ሲሉ ሁለት ፋኖዎች በOLA  ቁጥጥር ሥር ውለዋል
Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

WBOn GIddu Gala Oromiyaa Aanaa Dagam Kaampii Waraana PP Seenuun Haxaayee Keessaa Yaasee Kunoo Kana Dantaa Qabsoof Oolchee jira.

Lola Guyyaa Dheeggaddaa Zoonii Kibbaa Godina Gujii Bahaa Bakkoota Gara Garaatti Taasisisee Meeshaan Asii Gadiif Booji'amtoonni Kun Harka WBO Gujii Bahaa Seenanii Jiran. Guyyaa Hardhaas GGO ti Mortara,Bazuqaa,Dishqaa Sinayperf Girnoova fi AkMn hiikkame jira.

Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

WBOn zoonii kibbaa Guyyaa Kaleessaa19/12/2023 Gujii Bahaa keessaatti Tarkaanfii Laallessaa Waraana PP irratti fudhateen20 ol Booji'ee .eeshaa Waraanaa Argitan Kana Dantaa Qabsoo Bilisummaatif Oolchee Jira. Injifannoon Kan Warra Dhugaa Barbaaduti!

WBOn zoonii kibbaa Guyyaa Kaleessaa19/12/2023 Gujii Bahaa keessaatti Tarkaanfii Laallessaa Waraana PP irratti fudhateen20  ol Booji'ee .eeshaa Waraanaa Argitan Kana Dantaa Qabsoo Bilisummaatif Oolchee Jira.
 Injifannoon Kan Warra Dhugaa Barbaaduti!
Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

WBO z/k Cibraan 30m Booroo Aanaa Gumii Eeldalloo bakka Waaba Xoree jedhamutti Guyyaa Kaleessaa 2/1/2024 Oraalii tokkoon sochootutti haxxee hidhuun guutuma guutuutti barbadeesun AKM 21, PKM 1, Isnaayippeera 1 fi Boonbii harkaa 10 olii irraa booji'un Gii Godhee Jira👍

እንኳን ደስ አለችሁ! የሰሜን ኦሮሚያ ኦነሠ አዳድስ አባላትን ተቀብለዉ ለወራታት በፓላቲካ እና በወታደርነት ስያሠለጥናቸዉ የቆየዉን እጩዎችን ሠሞኑን በደመቅ ሁኔታ አስመሮቆ ለቀጣይ ግዳጅ ማዘጋጀቱን የሰሜን ኦሮሚያ የኦነሠ አዛዥ አስተውቋል፡፡

እንኳን ደስ አለችሁ!
የሰሜን ኦሮሚያ ኦነሠ አዳድስ አባላትን ተቀብለዉ ለወራታት በፓላቲካ እና በወታደርነት ስያሠለጥናቸዉ የቆየዉን  እጩዎችን ሠሞኑን በደመቅ ሁኔታ አስመሮቆ ለቀጣይ ግዳጅ ማዘጋጀቱን የሰሜን ኦሮሚያ የኦነሠ አዛዥ አስተውቋል፡፡
Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

Ilmaan Naafxanyaa Daangaa Qaxxaa Muruun Kibba Lixa Shaggar Gammojjii Gindabart Keessaa Loon Uummataa Saamaa Jirti. Saamichi Ummata keenyarratti bifa kanaan deemu daangaa kan hin qabne Yoo ta'u Lubbaa Namokta Nagaas Blleessaa Jirti. A/Ginda barat.

Danda'aa Waa Hundaa (@joote8) 's Twitter Profile Photo

Kitaabni "imaltuu Kaayyoo" jedhu Gaazexeessituu Arrata Biyyolessaa Oromoo Duraanii Jaala Galmoo Oromootin Barreeffame Dhufaa Jira Imala Kaayyoo Keessatti Waan Ilaaltef Argite Cufa Kitaaba Ishii Keessatti Hammattee Jirt. Years Dhiyootti Isin Qaqqaba. Eeggadhaa