Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile
Addis Standard Afaan Oromoo

@addisstandardao

Facebook: facebook.com/AddisstandardAO Telegram: t.me/AddisstandardAO

ID: 1694644860769185792

linkhttps://addisstandard.com/Afaanoromoo/ calendar_today24-08-2023 09:36:55

2,2K Tweet

1,1K Followers

4 Following

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Hayyuun Siyaasaa Jawaar Mohaammad, fashaluu marii #mootummaa fi #WBO marsaa kanaan uummatni abdii akka hin kutne dhaame. Kana malees, gamoonni lachuu "xiyyeeffannoo hawaasni addunyaa biyyattiitti nagaya buusuuf agarsiisan" fayyadamuun gara mariitti akka deebi’an hubachiise.

Hayyuun Siyaasaa Jawaar Mohaammad, fashaluu marii #mootummaa fi #WBO marsaa kanaan uummatni abdii akka hin kutne dhaame.

Kana malees, gamoonni lachuu "xiyyeeffannoo hawaasni addunyaa biyyattiitti nagaya buusuuf agarsiisan" fayyadamuun gara mariitti akka deebi’an hubachiise.