๐ŸŒณKormoso (@wadaygalmo123) 's Twitter Profile
๐ŸŒณKormoso

@wadaygalmo123

Injifanoon kan ummata Oromootiโค๐Ÿ’šโคโœŠ

ID: 1572286124038524928

linkhttps://galmokormoso.com calendar_today20-09-2022 18:07:59

61,61K Tweet

1,1K Takipรงi

1,1K Takip Edilen

๐€๐–‡๐–‡๐–†๐–† ๐…๐–Ž๐–—๐–†๐–† ๐Š๐–Ž๐–™๐–Ž๐–‘๐–†๐–† (@abbaafiraak) 's Twitter Profile Photo

OROMIAN Dhiifama? Maal balleessanii dhiifama godhameef? Kan dhiifama gaafachu qabu fi bakka isaanii hidhaamu qabu qaama yakka malee waggoota hedduuf isaan hidhe dha. Ajjeechaa Abbooti Gadaa Walloo, Jaal Battee Urgeessaa fi Oromoota hedduf itti gaafatamummaan eenyu?

Haqaan Niimoona (@haqaann) 's Twitter Profile Photo

OROMIAN Bomba waan itti naqame of keessa dabarsuu malee boruu fi calalii addatti hin beeku. Xiqqaa fi guddaa isaani qooda kamuu fudhatanii qandaalyoora ABo kan hiraarsa turani fi amma ille hamtu itti yaadan waaqayyo nagaa isaan haa dhurku. Ilmaan haraamutu nu rakkisa jedhe Dr. Gammachuu

Haqaan Niimoona (@haqaann) 's Twitter Profile Photo

@awaal29781483 Ba'a. Dhiibba kamtu sadarkaa sana ga'e ibboo? Hojiimaa siyaasatu akkasi baatii meeqaaf akka bakke turaaniif fi lubbuun turu danda'an yoona saganta keessa galfaniiti gadi baasan ta'a. Kaan waluu nyaata jira dhiibba biraa uumun haa hafu. Gumaa Jaal Batte baasuyyu hin dandeenye.

OROMIAN (@oromianist) 's Twitter Profile Photo

Galannifi ulfinni barabaraa qabsa'oota aadaa, afaan, duudhaa fi biyyaa keenyaaf lafee isaanii caccabsanii, dhiisa isaanii nuuf lolaasaaniif haa ta'u! Kun salphatti hin dhufne. Waggaa 19 dura gaafan Finfinnee ga'u namni darbee darbee jecha 1, 2 dubbata malee...

Galannifi ulfinni barabaraa qabsa'oota aadaa, afaan, duudhaa fi biyyaa keenyaaf lafee isaanii caccabsanii, dhiisa isaanii nuuf lolaasaaniif haa ta'u! Kun salphatti hin dhufne. Waggaa 19 dura gaafan Finfinnee ga'u namni darbee darbee jecha 1, 2 dubbata malee...
OROMIAN (@oromianist) 's Twitter Profile Photo

akka kanaatti of ta'anii mul'achuufi argamuun hin yaadamu ture. Qe'ee #sintinnoo,#wedetnoo fi #mindinnoo'n itti na rakkiste keessatti dhaloota Qubee bifa kanaan karaa ija camera arguu kootti gammachuun qaba.Gaafa Oromiyaan walaboomte kana caalaa arguuf jirra!

akka kanaatti of ta'anii mul'achuufi argamuun hin yaadamu ture. Qe'ee #sintinnoo,#wedetnoo fi #mindinnoo'n itti na rakkiste keessatti dhaloota Qubee bifa kanaan karaa ija camera arguu kootti gammachuun qaba.Gaafa Oromiyaan walaboomte kana caalaa arguuf jirra!
Haqaan Niimoona (@haqaann) 's Twitter Profile Photo

gemechu geleta Kadhaa fi kajjellaan bilisa nan baasu jedhe art.Usmaayyoo Muusa Abiy afaan isaatin afaan hojii dhaaba keenya afaan Oromooti jedhe hin turre? Nu kana nuuf godhaa jenne maaf sosbanna? Mirga demokrati fi namooma kkkuma ummatoota koloni jala ba'anitti nii deffanna qalmaan/ rasaasan!

Haqaan Niimoona (@haqaann) 's Twitter Profile Photo

Walleen Andualem Gosaa Albeemni haaran Ayyaantuu jedhu dilbata/sanbata dhufu sept 22 akka abbifamu/ gadi dhiifamu himamaa jira. Battala gadi dhiifameen YouTube isaa irra haa dawwannuuf adaraa, hamilee haa taanuuf. Galatoomaa๐Ÿ™

Walleen Andualem Gosaa
Albeemni haaran Ayyaantuu jedhu dilbata/sanbata dhufu sept 22 akka abbifamu/ gadi dhiifamu himamaa jira. Battala gadi dhiifameen YouTube isaa irra haa dawwannuuf adaraa, hamilee haa taanuuf.
Galatoomaa๐Ÿ™
Hamster Kombat (@hamster_kombat) 's Twitter Profile Photo

Dear CEOs ๐Ÿน, The game DOES NOT end with the snapshot. We're now entering the Interlude Season of Hamster Kombat! The Interlude Season is the warm-up before Season 2, and it will last a couple of weeks. Participating in the Interlude and farming diamonds will give you an

Dear CEOs ๐Ÿน, 

The game DOES NOT end with the snapshot. We're now entering the Interlude Season of Hamster Kombat!

The Interlude Season is the warm-up before Season 2, and it will last a couple of weeks. 

Participating in the Interlude and farming diamonds will give you an
Haqaan Niimoona (@haqaann) 's Twitter Profile Photo

Isaan kana keessa, namummaan isaani dullumaa fi dhibee guyyaa keessa itti dhufeen kan boqotan nama 1 ykn 2 hin caalani. Kaan reebichaa fi daraara isaan kessa turantu bubbule dhibee itti ta'eti boqotan. Kaana immoo rasaasa lellistoota Xoopiyaan nyaataman. Oromoof gatii baasanโœ

Isaan kana keessa, namummaan isaani dullumaa fi dhibee guyyaa keessa itti dhufeen kan boqotan nama 1 ykn 2 hin caalani.
Kaan reebichaa fi daraara isaan kessa turantu bubbule dhibee itti ta'eti boqotan. Kaana immoo rasaasa lellistoota Xoopiyaan nyaataman. Oromoof gatii baasanโœ
Sulaiman Ahmed (@shaykhsulaiman) 's Twitter Profile Photo

BREAKING: ISRAEL SUFFERING HEAVY LOSSES IN LEBANON GROUND INVASION Israeli forces took heavy losses in zero distance clashes with Hezbollah. At least 2 Israeli soldiers were killed and 20 injured during an attempt to infiltrate Lebanese territory via the town of Odaisseh.

๐Ÿ”ปJaal Warqituu๐Ÿ”ป (@noraoromia) 's Twitter Profile Photo

gemechu geleta He has to roll his sleeves up and get to work I think it is long overdue the so-called elites tell savage Abiy Ahmed Ali ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น and Shimelis Abdisa enough is enough Their silence is not going to save them from accountability