Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

#Ameerikaan waldhabdeen #Itoophiyaa fi #Somaaliyaa karaa dippilomaasiin akka furamu hubachiiste Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Richaard Raayilii, "waldhabdeen Somaaliyaa fi Itoophiyaa karaa dippilomaasiin akka furamu hojjechaa jirra," jedhan. facebook.com/AddisstandardA…

#Ameerikaan waldhabdeen #Itoophiyaa fi #Somaaliyaa karaa dippilomaasiin akka furamu hubachiiste

Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Richaard Raayilii, "waldhabdeen Somaaliyaa fi Itoophiyaa karaa dippilomaasiin akka furamu hojjechaa jirra," jedhan.

facebook.com/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Ameerikaan #Itoophiyaaf deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 97 akka kennitu ibsite #Ameerikaan Itoophiyaaf deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 97 akka kennitu beeksiste. Kana keessaa dolaarri miiliyoona 87 deeggarsa baqattootaaf ramadame. facebook.com/AddisstandardA…

Oduu: Ameerikaan #Itoophiyaaf deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 97 akka kennitu ibsite

#Ameerikaan Itoophiyaaf deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 97 akka kennitu beeksiste. Kana keessaa dolaarri miiliyoona 87 deeggarsa baqattootaaf ramadame. 

facebook.com/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #Ameerikaan waraanni #Sudaan mariidhaan akka furamu yaalii taasistu akka itti fuftu ibsite Sudaanitti Ergamaan Addaa Ameerikaa Toom Perilloo ibsa har'a laataniin, "waraana Sudaan keessatti deemaa jiruuf furmaanni marii hunda hammate qofa" jedhan. facebook.com/AddisstandardA…

Oduu: #Ameerikaan waraanni #Sudaan mariidhaan akka furamu yaalii taasistu akka itti fuftu ibsite

Sudaanitti Ergamaan Addaa Ameerikaa Toom Perilloo ibsa har'a laataniin, "waraana Sudaan keessatti deemaa jiruuf furmaanni marii hunda hammate qofa" jedhan.

facebook.com/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #Itoophiyaan waldhabdee biyyattii araaraan furuuf tattaaffii taasisaa jirtu "adeemsa fooyya'aarra gahuu" #Ameerikaan ibsite Ameerikaan naannolee #Oromiyaa fi #Amaaraatti mariidhaan nagaa buusuuf yaalii godhamu itti fufsiisuuf qophii ta'uu ibsite. facebook.com/AddisstandardA…

Oduu: #Itoophiyaan waldhabdee biyyattii araaraan furuuf tattaaffii taasisaa jirtu "adeemsa fooyya'aarra gahuu" #Ameerikaan ibsite 

Ameerikaan naannolee #Oromiyaa fi #Amaaraatti mariidhaan nagaa buusuuf yaalii godhamu itti fufsiisuuf qophii ta'uu ibsite. 

facebook.com/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

#Ameerikaan namoota yakkaan barbaadaman dabarsite akka kennitu #Itoophiyaan gaafatte Komishinarri Jeneraala Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ameerikaan “namoota biyyattii keessa taa’uun nageenya Itoophiyaa booressan” dabarsitee akka kennitu gaafataniiru.

#Ameerikaan namoota yakkaan barbaadaman dabarsite akka kennitu #Itoophiyaan gaafatte

Komishinarri Jeneraala Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ameerikaan “namoota biyyattii keessa taa’uun nageenya Itoophiyaa booressan” dabarsitee akka kennitu gaafataniiru.
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

#Ameerikaan qorannoo ajjeechaa Batteerratti gaggeeffamu danqaa malee akka raawwatu "nan tumsa" jette Imbaasiin Ameerikaa Finfinneetti argamu #KMNI ''qorannoo ajjeechaa Battee Urgeessaa irratti gaggeessaa jiru xumuruuf gufuu isa mudachuu hin qabu'' jedhe. t.me/AddisstandardA…

#Ameerikaan qorannoo ajjeechaa Batteerratti gaggeeffamu danqaa malee akka raawwatu "nan tumsa" jette

Imbaasiin Ameerikaa Finfinneetti argamu #KMNI ''qorannoo ajjeechaa Battee Urgeessaa irratti gaggeessaa jiru xumuruuf gufuu isa mudachuu hin qabu'' jedhe.

t.me/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

#Tiiktook seera #Ameerikaan tibbana raggaaste irratti himata bane Ameerikaa miidiyaan hawaasaa abbaa qabeenyummaa dhaabbata #Chaayinaa ‘ByteDance’ jala kan jiru Tiiktook dhaabbata biraaf yoo gurgurame malee biyyattii keessa ugguruuf seera baasteetti. t.me/AddisstandardA…

#Tiiktook seera #Ameerikaan tibbana raggaaste irratti himata bane

Ameerikaa miidiyaan hawaasaa abbaa qabeenyummaa dhaabbata #Chaayinaa ‘ByteDance’ jala kan jiru Tiiktook dhaabbata biraaf yoo gurgurame malee biyyattii keessa ugguruuf seera baasteetti. 

t.me/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Ajjeechaa Battee Urgeessaa irratti “qorannoon haqa qabeessaa fi walabaa akka gaggeeffamu" #Ameerikaan gaafatte addisstandard.com/Afaanoromoo/aj… Qondaalli siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (#ABO) Battee Urgeesaa Ebla 09, 2024 halkan rasaasaan ajjeefaman.

Feyiso Kedir Negeso (@feyiso_kedir) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #Ameerikaan haleellaawwan Godina Addaa Saba Oromoo fi Shawaa Kaabaatti raawwatamaniin yaadda'uu ibsite Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasingaa, “qaamoleen kamiyyuu jeequmsa uumuun lammiilee qe’eerraa buqqaasuu hin qaban” jedhan. addisstandard.com/Afaanoromoo/am…

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #Ameerikaan haleellaawwan Godina Addaa Saba Oromoo fi Shawaa Kaabaatti raawwatamaniin yaadda'uu ibsite addisstandard.com/Afaanoromoo/am… Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasingaa, “qaamoleen kamiyyuu jeequmsa uumuun lammiilee qe’eerraa buqqaasuu hin qaban” jedhan.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #Ameerikaan marii nagaa marsaa sadaffaa #WBO waliin godhamu haala mijeessuuf qophii ta’uu ibsite addisstandard.com/Afaanoromoo/od… Haata’u malee, Gorsaan Olaanaa Ajajaa WBO Jireenyaa Guddataa, ''odeeffannoon ammatti karaa idilee nu dhaqqabe hin jiru’’ jedhan.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #Ameerikaan ajjeechaa namoota nagaa #Meraawwiitti raawwatame qaama walabaatin akka qoratamu gaafatte addisstandard.com/Afaanoromoo/od… Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa kan ta’an Erviin Maasingaa, ajjeechaan namoota nagaa irratti raawwatame “kan nama yaaddeessu” ta’uu ibsaniiru.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #Ameerikaan fanjii awwaalamaafi kuusa meeshaalee waraana fashaleessuurratti #Itoophiyaa kan tumsaa jiraachuu beeksifte. Duulli kuni Amajjii 15 – 19, 2024’tti gaggeeffamaa jira jedhame. . Gabaasa guutuu wp.me/pfo0nO-Jm