OROMIAN(@OROMIANIST) 's Twitter Profile Photo

Xoophiyaan Oromoo farra malee fala taatee hin beektu. Godoo garbummaa Minilik Oromoo ihaare dhalootni ofirra haa jigsu. Diinni ilmaan Oromiyaa Xoophiyaa fi sirna Xoophiyaadha. Kanaafuu haa diigamtu!!

Xoophiyaan Oromoo farra malee fala taatee hin beektu. Godoo garbummaa Minilik Oromoo ihaare dhalootni ofirra haa jigsu. Diinni ilmaan Oromiyaa Xoophiyaa fi sirna Xoophiyaadha. Kanaafuu haa diigamtu!! #AbiyIsAWarCriminal #AbiyIsATerrorist
account_circle
Yohanis Megersa(@YohanisMegersa2) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 4/10/2024: Godina Wallagga Lixaa Aanaa Yuubdoo Ganda Ciisaa Boorriitti Barsiisaa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ciisaa Boorrii kan ta’e Barsiisaa Bijigaa Immiruu badii tokko malee Waraana Impaayera |n ajjeefame.

Gaafa 4/10/2024: Godina Wallagga Lixaa Aanaa Yuubdoo Ganda Ciisaa Boorriitti Barsiisaa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ciisaa Boorrii kan ta’e Barsiisaa Bijigaa Immiruu badii tokko malee Waraana Impaayera #Ethiopia|n ajjeefame.  #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Yohanis Megersa(@YohanisMegersa2) 's Twitter Profile Photo

Gaazexeessaa fi barataa Yuuniverasitii Finfinnee kan ture Soraa Jirmaa sirna awwaalchaa J/ Battee Urgeessaa irratti argamuuf wayita deemetti Waraanni Impaayera |n butamuun achi buuteen isaa dhabamuun beekame. Gad lakkisaani!

Gaazexeessaa fi barataa Yuuniverasitii Finfinnee kan ture Soraa Jirmaa sirna awwaalchaa J/ Battee Urgeessaa irratti argamuuf wayita deemetti Waraanni Impaayera #Ethiopia|n butamuun achi buuteen isaa dhabamuun beekame. Gad lakkisaani!  #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Yohanis Megersa(@YohanisMegersa2) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 3/5/24: Waraanni Impaayera godina Booranaa aanaa Miyoo, magaalaa Hiddii Lolaa keessatti dargaggoo Qallaa Abduubaa uleen mataa irra rukutuun doqdoqqee irraa erga buusaniin booda, lafatti tumanii ajjeesaniiru. Hin dagannu!

Gaafa 3/5/24: Waraanni Impaayera #Ethiopia godina Booranaa aanaa Miyoo, magaalaa Hiddii Lolaa keessatti dargaggoo Qallaa Abduubaa uleen mataa irra rukutuun doqdoqqee irraa erga buusaniin booda, lafatti tumanii ajjeesaniiru. Hin dagannu!  #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Yohanis Megersa(@YohanisMegersa2) 's Twitter Profile Photo

Selv om fascisten Abiy terroriserer Oromo-nasjonen ved massehenrettelse, kaster lik til ville dyr, forbyr/arresterer i massevis fra sørgende folkemengder, & torturerer & brenner eiendeler, er Oromos intakte med OLF-OLA. Mike Hammer

Selv om fascisten Abiy terroriserer Oromo-nasjonen ved massehenrettelse, kaster lik til ville dyr, forbyr/arresterer i massevis fra sørgende folkemengder, & torturerer & brenner eiendeler, er Oromos intakte med OLF-OLA.  @MikeHammerUSA #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Yohanis Megersa(@YohanisMegersa2) 's Twitter Profile Photo

Saamicha, hidhaa, fi daraaraan uummata kan Wallagaa, Matakkal, Shawaa, Arsii, Baalee, Gujii, Boorana, fi Haarargee keessa jiraatanitti cimee itti fufee jira. Gabrummaan hiddaan buuqa’uu qabdi! Oromiyaan Biyya!

account_circle
Yohanis Megersa(@YohanisMegersa2) 's Twitter Profile Photo

Youth Aabbishuu Qaasoo, who was deaf & unable to speak, was suspected of being a supporter of & executed on 4/21/2024 in E. Arsii. 14 people, including his father & brother, were arrested while mourning. Mike Hammer

Youth Aabbishuu Qaasoo, who was deaf & unable to speak, was suspected of being a supporter of #OLF_OLA & executed on 4/21/2024 in E. Arsii. 14 people, including his father & brother, were arrested while mourning.  @MikeHammerUSA #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Oromia Finfinnee(@OromiaFinfine1) 's Twitter Profile Photo

Gaafa4/10-4/12/24:Godina Gujii keessatti dargaggoon Mangistuu Boruu Dukkullee yoo ajjeefamu,Lixa Wallaggaatti Zarihuun fi Abbittii Kan jedhaman ajjeefamuun isaanii beekameera.PP fi Waraanni Impaayera nyaapha uummata Oromootii!

Gaafa4/10-4/12/24:Godina Gujii keessatti dargaggoon Mangistuu Boruu Dukkullee yoo ajjeefamu,Lixa Wallaggaatti Zarihuun fi Abbittii Kan jedhaman ajjeefamuun isaanii beekameera.PP fi Waraanni Impaayera #Ethiopia nyaapha uummata Oromootii!  #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Yohanis Megersa(@YohanisMegersa2) 's Twitter Profile Photo

! Z hunger caused in W. Harargee, Xuulloo district, Najaataa village due to lack of food is not only exposing health problems to pregnant women, mothers, children & the elderly but also deadly! Mike Hammer The Associated Press

#Abiy_Made_Famine! Z hunger caused in W. Harargee, Xuulloo district, Najaataa village due to lack of food is not only exposing health problems to pregnant women, mothers, children & the elderly but also deadly!  @MikeHammerUSA @AP #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Laga Raammis(@Carraa2abc35) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 4/9/24, magaalaa Maqii: Waraanni Impaayera badii tokkoo male, Aangawaa Qondaala Siyaasaa ABO, Jaal Battee Urgeessaa haala sukkanneesaan rasaasa itti roobsani ajjeesan. Abadan hin dagannu.

Gaafa 4/9/24, magaalaa Maqii: Waraanni Impaayera #Ethiopia badii tokkoo male, Aangawaa Qondaala Siyaasaa ABO, Jaal Battee Urgeessaa haala sukkanneesaan rasaasa itti roobsani ajjeesan. Abadan hin dagannu.  #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Yohanis Megersa(@YohanisMegersa2) 's Twitter Profile Photo

How can the global nation accept Abiy as a leader of 100+ million people and is discussing lending him billions of dollars? He orders to detain Oromo children & labels them as POWs. Mike Hammer Save the Children International Action for Children The Associated Press

How can the global nation accept Abiy as a leader of 100+ million people and is discussing lending him billions of dollars? He orders to detain Oromo children & labels them as POWs.  @MikeHammerUSA @save_children #UN @actnforchildren @AP #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Bilisummaa dhugaa(@Guutu96281533) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 4/9/24, magaalaa Maqii: Waraanni Impaayera badii tokkoo male, Aangawaa Qondaala Siyaasaa ABO, Jaal Battee Urgeessaa haala sukkanneesaan rasaasa itti roobsani ajjeesan. Abadan hin dagannu.

Gaafa 4/9/24, magaalaa Maqii: Waraanni Impaayera #Ethiopia badii tokkoo male, Aangawaa Qondaala Siyaasaa ABO, Jaal Battee Urgeessaa haala sukkanneesaan rasaasa itti roobsani ajjeesan. Abadan hin dagannu.  #AbiyIsAWarCriminal
account_circle
Yohanis Megersa(@YohanisMegersa2) 's Twitter Profile Photo

Ajjeechaa Jaal Battee Urgeessaa wajjin walqabatee Waraanni Impaayera , namoota 13 hidhee jira. Miiloo fi Simboo Urgeessaa warra hidhaman keessa jiru. PP fi Waraanni Impaayera nyaapha uummata Oromoo dha!

account_circle