@qaroo_sabaa
ID: 1559243030233841664
calendar_today15-08-2022 18:19:52
65 Tweet
3,3K Followers
3,3K Following
2 years ago
Yooyyaa yooyyaa jene yeroo dheeraadhaf isiin irraa banee turee debiine jira
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Bahaa fi Kibba Bahaa tarkaanfii waloon humna diinaa irratti aanaa Hancarii fi Asakoo keessatti guyyaa kaleessaa fudhachaa turan.loltoota bilxiginnaa 20 battalatti ajjeesuun 43 ammoo madoon adabuun injifannoo Cululuqaa galmeessanii jiru
✍️ #Tuulamnee hin teenyu, kan tuulamee namaaf lafa rakkisu diigaa jirra.
Amantoota amantaa Kiristaanaa kan taatanii fi warra Ayyaanaa Qillee kabajjan hundumaan, baga Ayyaana Qilleetiin isin gahe jenna!
I’m going to ARRAATA BIYYOLESSA OROMIYAA’s upcoming Space. Will you join too? x.com/i/spaces/1kvJp…
a year ago
Yeroo hundumaa naannoo jireenyaaf siif miijatu osoo hin taane, naannoo milkaa'inaaf siif miijatu jiraadhu!
🕳️Bkm 1 fi Akm 22 moonaa diinatii baasun QBO galii godhanii jiru. Mataan dhiiraa tokko kophaasaa Akm 3 dhuunfatee bahe. RIB iddoo garaagaraatii baay'inaan gara QBO dhufaa waan jirtuuf waraanni keenya Qabaa barbaachisu godhaafii! Fayyaa ta'aa!
Qophii Humna weelluu ONM-ABO Onkololessa 1-2024 itti dhiyaadhaa! x.com/i/broadcasts/1…
ጥቅምት 1፣ 2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ! x.com/i/broadcasts/1…
x.com/i/broadcasts/1…
8 months ago
x.com/ArraataO/statu…
6 months ago
🍀 Warraanni Bilisummaa Oromoo zoonii GG Salaale #Yaayyaa_Gullalleetti injifannoo argate! Qaroo Sabaa
4 months ago
🚩#Mootummaan Ummataaf hin yaadne dhumnisaa badii dha. Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO irraa Kenname. #OromoProtests #OROMIYAAN_BIYYA
youtube.com/watch?v=ufn0V1…
youtu.be/HvIc7wVVDtI?si…