Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile
Obsa Abdisa

@obsaa_abdiisaa

Graduate of Addis Ababa University in Political Science and International Relations. bit.ly/3GIAzeU

ID: 1457595710111686657

linkhttp://facebook.com/obsaabdisa123 calendar_today08-11-2021 06:28:49

708 Tweet

31,31K Takipçi

135 Takip Edilen

Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

Once you dehumanize a group, any inhuman action is justifiable. In fact the very purpose of dehumanization is to justify inhuman action. Jawar Mohammed

Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

Haati kun Abbaa manaa fi abbaa ijoollee ishee irraa ajj@@sani, ijoollee ishee 5 fudhattee baqachuun lubbuu oolte Yunivarsiitii Wallaggaa Damee Shaambuu keessatti argamti. Sanuu ijoollee lakkuu hoossifti. yoo nuti haadha fi daa’imman kanaaf hin dhaqqabne eenyu haa dhaqqabuufii?

Haati kun Abbaa manaa fi abbaa ijoollee ishee irraa ajj@@sani, ijoollee ishee 5 fudhattee baqachuun lubbuu oolte Yunivarsiitii Wallaggaa Damee Shaambuu keessatti argamti. Sanuu ijoollee lakkuu hoossifti. 

 yoo nuti haadha fi daa’imman kanaaf hin dhaqqabne eenyu haa dhaqqabuufii?
Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

"መንግስት ቢደራደር እኔ እራሴን ሰቅYE ሞታTAለሁ" ያለው ሰውዬ ቃሉን ያከብር ዘንድ በትህትና እንጠይቃለን🙏🏾🙏🏾

Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

Oromoon hundi tarsimoodhaan qeyee abbaa isaa haa kabajchiifatu. Waaqaan jabaa taanee bara darbe baane,; Waaqaan jabaa taana baranas ni baana." Jabaan Waaqa! Barsiisaa Hailamikaa’el Taaddasaa

Oromoon hundi tarsimoodhaan qeyee abbaa isaa haa kabajchiifatu. 

Waaqaan jabaa taanee bara darbe baane,; Waaqaan jabaa taana baranas ni baana."

Jabaan Waaqa! Barsiisaa Hailamikaa’el Taaddasaa
Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

“Nuti hamma dhumaatti, isinis hamma dhumaatti nu waliin dhaabadhaa!” Abboota Amantii Eejjennoo fi Dhaamsa Abbaa Gabireel kana hubannaan dhaggeeffadhaa. Waliifis qoodaa.

Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

Har’a naannoo sa'aa 4:00 Magaala Mandidaa seentee namas ajj@@stee baankii saamtee haga sa'aa 9:00 namuu hin dhaqqabneefi. Xiyyeeffannoon jiru laafaadha. Magaalota daangaa irra jiran kanneen akka darratiif xiyyeeffannoo guddaatu barbaachisa.

Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

Nuti waa’ee Isaa tasuma daganneerra, iyyaafachuufis yeroo dabneerra warri isa gaadan garuu dhiibbaa qaamaa fi roorroo mana hidhaa keessatti irraan gahan caalmaa abukaatoo isaa doorsisuu fi itti roorrisuu irraa duubatti hin jenne. Lij Yared kiyya Waaqni si faana haa tahu🙏

Nuti waa’ee Isaa tasuma daganneerra, iyyaafachuufis yeroo dabneerra warri isa gaadan garuu dhiibbaa qaamaa fi roorroo mana hidhaa keessatti irraan gahan caalmaa abukaatoo isaa doorsisuu fi itti roorrisuu irraa duubatti hin jenne. 

Lij Yared kiyya Waaqni si faana haa tahu🙏
Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

Our brother, who says 'I don't want peace, I want problems always,' doesn't mean he got what he wanted and stayed in Ethiopia. 🤣🤦🏽‍♂️

Our brother, who says 'I don't want peace, I want problems always,' doesn't mean he got what he wanted and stayed in Ethiopia. 🤣🤦🏽‍♂️
Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

Sirni eebbaa 📚 fi yaadannoo wareegama 🪖🎖️ Balaay Zallaqaa waggaa 79ffaan guyyaa har’aa taassifameera🙏 A.Oromoo mataduree ‘Balaay Zallaqaa warra hundee qilxuu’ fi Amaariffaan ‘ከራስ በላይ’ jedhu, har’a irraa eegaluun kan manneen gurgurtaakitaabaa irraa argattan ta’a. 🖤❤️🤍

Sirni eebbaa 📚 fi yaadannoo wareegama 🪖🎖️ Balaay Zallaqaa waggaa 79ffaan guyyaa har’aa taassifameera🙏

A.Oromoo mataduree ‘Balaay Zallaqaa warra hundee qilxuu’ fi Amaariffaan ‘ከራስ በላይ’ jedhu, har’a irraa eegaluun kan manneen gurgurtaakitaabaa irraa argattan ta’a. 🖤❤️🤍
Obsa Abdisa (@obsaa_abdiisaa) 's Twitter Profile Photo

የጀግናው በላይ ዛልቃ የ📚 ምረቃ እና የመሰዋታቸው 79ኛ ዓመት መታሰቢያ በዛሬው እለት ተከናውኗል🙏 መፅሃፍቱ በአፋን ኦሮሞ ‘warra hundee qilxuu” እና በአማርኛ ‹ከራስ በላይ› የተሰኘው መጽሃፍ ከዛሬ ጀምሮ በ📚 መሸጫ መደብሮች ላይ ለሽያጭ ይገኛሉ።

የጀግናው በላይ ዛልቃ የ📚 ምረቃ እና የመሰዋታቸው 79ኛ ዓመት መታሰቢያ በዛሬው እለት ተከናውኗል🙏

መፅሃፍቱ በአፋን ኦሮሞ ‘warra hundee qilxuu” እና በአማርኛ  ‹ከራስ በላይ› የተሰኘው መጽሃፍ ከዛሬ ጀምሮ በ📚 መሸጫ መደብሮች ላይ ለሽያጭ ይገኛሉ።