Liban Yusuf (@libanyusuf64206) 's Twitter Profile
Liban Yusuf

@libanyusuf64206

ID: 1953926657753874432

calendar_today08-08-2025 21:11:36

15 Tweet

16 Followers

62 Following

Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Injifannoo WBO Zoonii Madda Albuudaa Gaachanni uummata Oromoo WBOn Birgeedin Caffee Tumaa Cibraan Malkaa Hawaas guyyaa kaleesaa Hagayya 8/2025 diina haleeluun injifanoo cululuqaa moraa qabsoo bilisummaa Oromoof argamsisee jira. Lolii WBOn itti fufaa ,garbofataan ni kufa.

Injifannoo WBO Zoonii Madda Albuudaa 

Gaachanni uummata Oromoo WBOn Birgeedin Caffee Tumaa Cibraan Malkaa Hawaas guyyaa kaleesaa Hagayya 8/2025 diina haleeluun injifanoo cululuqaa  moraa qabsoo bilisummaa Oromoof argamsisee jira.
Lolii WBOn itti fufaa ,garbofataan ni kufa.
Asnaketch Woldetensa (@awoldetensa) 's Twitter Profile Photo

#የነፃነት_ጮራ የነፃነት ጮራ (Guca Bilisummaa) ሳምንታዊ የሕዝብ መድረኩን እንድትታደሙ ጥሪ ያቀርብላችኋል! August/ነሐሴ, 17, 2025 Time/ሰዓት: 07:00 CET/08:00 PM Oromia time Webinar link: us02web.zoom.us/j/84276559278?… Webinar ID: 842 7655 9278 Passcode: 300235

#የነፃነት_ጮራ
የነፃነት ጮራ (Guca Bilisummaa) ሳምንታዊ የሕዝብ መድረኩን እንድትታደሙ ጥሪ ያቀርብላችኋል!
August/ነሐሴ, 17, 2025
Time/ሰዓት: 07:00 CET/08:00 PM Oromia time 

Webinar link:
us02web.zoom.us/j/84276559278?…
Webinar ID: 842 7655 9278
Passcode: 300235
Oromo Liberation Army OLF-OLA (@olf_ola) 's Twitter Profile Photo

Fake News Alert: The same regime that boasted it had “cleared Oromia of the OLA” is now claiming that hundreds of OLA fighters surrendered in Guji alone. The propaganda line collapses under its own contradiction. This poorly written script has also featured "bushmen"

Fake News Alert: 
The same regime that boasted it had “cleared Oromia of the OLA” is now claiming that hundreds of OLA fighters surrendered in Guji alone. The propaganda line collapses under its own contradiction. This poorly written script has also featured "bushmen"
Laga Raammis (@carraa2abc35) 's Twitter Profile Photo

Umaati kunii Amma Yoomiti Akaana Godhaama jetee osso Farsee Bulaa Gafaate biyyaa egaa siin jedhaa, Sirnii kunii manii nuu hin goone! Harmee Hadhaa dhiraa gangalchaan Biyyaa eguu Amma. Pp samtuu sirna nama nyatuu ,

Umaati kunii Amma Yoomiti Akaana Godhaama jetee osso Farsee Bulaa Gafaate biyyaa egaa siin jedhaa,
Sirnii kunii manii nuu hin goone!
Harmee Hadhaa dhiraa gangalchaan Biyyaa eguu Amma. 
Pp samtuu sirna nama nyatuu ,
Laga Raammis (@carraa2abc35) 's Twitter Profile Photo

cibrichi haleellaasaa ittuma fufuun aanaa saasiggaa bakka Goondee jedhamutti diinarraa hiikeera ammas itti fufa.....cibrichi cibraa baataa amaanaa Gootaati

cibrichi haleellaasaa ittuma fufuun aanaa saasiggaa bakka Goondee jedhamutti diinarraa hiikeera ammas itti fufa.....cibrichi cibraa baataa amaanaa Gootaati
Haqaan Niimoona (@haqaann) 's Twitter Profile Photo

Qabsayaa mirga Oromoo fi wallisa sagalee kiilolee obbo Nagawoo Guutama dhukkubsataa fi deggersa wallaansa akka barbaadus oduun ni jira. "Baga dhufte yaa rakkoo" Wallee isaa irraa... Waaqayyo isa haa gargaaru, jallattoonni qabsawootas deggersa akka godhaniif hawwi kooti.

Qabsayaa mirga Oromoo fi wallisa sagalee kiilolee obbo Nagawoo Guutama dhukkubsataa fi deggersa wallaansa akka barbaadus oduun ni jira. 

"Baga dhufte yaa rakkoo"
Wallee isaa irraa...
Waaqayyo isa haa gargaaru, jallattoonni qabsawootas deggersa akka godhaniif hawwi kooti.
Namuma 🍎🍏🍎🙏❤️🪢🎈 (@gotusarmale) 's Twitter Profile Photo

Murni waraana labsuun gaanfa Afrikaa keessatti adda durummaa qabaachaa jiru PP dha. Barcuma aangoo isaa jabeeffachuuf dargaggoota qe'ee isaanii irraa humnaan qabee mooraa leenjiitti geessaa jira. Dargaggoo Oromoo of eeggadhaa. WBO'tti makamaa. #ExposeTheTruth

Asnaketch Woldetensa (@awoldetensa) 's Twitter Profile Photo

#DhangaaTorbanii TAP-IN | Friday | August 22nd '25. 1PM EST | 8PM OROMIA TIME 💯 Pro ABO-WBO/QBO at all times Webinar link 👇🏾 us02web.zoom.us/j/86787671137?… Webinar ID: 867 8767 1137 Passcode: 193892 #highlights #ABO_WBO #Oromia #highlightseveryonefollowers #everyone

#DhangaaTorbanii  
TAP-IN | Friday | August 22nd '25. 
1PM EST  | 8PM OROMIA TIME

💯 Pro ABO-WBO/QBO at all times 

Webinar link 👇🏾

us02web.zoom.us/j/86787671137?…

Webinar ID: 867 8767 1137
Passcode: 193892

#highlights #ABO_WBO #Oromia #highlightseveryonefollowers #everyone
Liban Yusuf (@libanyusuf64206) 's Twitter Profile Photo

GUYYAA KANA ERRAA HAFUUN FAFA ERRAA HIN HAFAMUU HIN HAFINAA.: Itti dhiyaadha.Gootni Seenaaf hojjetta.Seenaan jiraata.Beekumsaa fi lubbuu qaalii sabaa isaaf kenna. Kitaaba"Karraa Morkaa" jedhuu kan Jaal Bakkalchaan qopha'ee turee irratti nuuf hirmaadhaa

GUYYAA KANA ERRAA HAFUUN FAFA ERRAA HIN HAFAMUU HIN HAFINAA.:

Itti dhiyaadha.Gootni Seenaaf hojjetta.Seenaan jiraata.Beekumsaa fi lubbuu qaalii  sabaa isaaf kenna.
Kitaaba"Karraa Morkaa" jedhuu kan Jaal Bakkalchaan qopha'ee turee irratti nuuf hirmaadhaa