Kalifaqadiree Qadiree (@kalifaqadi9028) 's Twitter Profile
Kalifaqadiree Qadiree

@kalifaqadi9028

ID: 1650502600981086208

calendar_today24-04-2023 14:11:57

62 Tweet

13 Followers

101 Following

Kalifaqadiree Qadiree (@kalifaqadi9028) 's Twitter Profile Photo

Waraanni Impaayeera #Ethiopia, Baha Shaggar Ona Boosat keessatti dargaggoo Dhugoo Nuuraa Bariisoo ajjeesan. Yunversity Adamaa irraa Digirii 2ffaan “Microbiology” qabxii gaariin eebbifame ture. Hin dagannu! #oromovoice #OromosMassacredin2023

Gaafa 1/13/2024: Godina Wallagga Bahaa Aanaa Haroo Limmuu ganda Sagiroo Guddinaatti, Waraanni Impaayera #Ethiopia dargaggoo Ijjiguu Asaffaa jedhamu ajjeesanii bakkeetti gatan. Abadan hin dagannu! #oromovoice #OromosMassacredin2023 oromiyaan Biyya

Hey check this out ethiofm107.com/2024/02/15/%e1… 150613 afriikàangutunu.oromo Irrati.abiyyiwoliin Shiraxaxajirtikun.oromoonhubaachuqaba