QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile
QAACCESSA GADAA

@g_qaaccessa

Video Journalist/NLE / Cameraman Amsterdam Also editing Adobe premiere,Final cut Cameraman Ani Oromoo , Biyyii koo Oromiyaan Ni Bilisoomtii!!!

ID: 1458279803472293890

linkhttps://meeshaalee.nl/ calendar_today10-11-2021 03:46:36

3,3K Tweet

5,5K Takipรงi

2,2K Takip Edilen

QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile Photo

#Dhaloota Gatii ofii wallaale. `````````````````````````````````````` ๐Ÿ“ท #Dargiin bara dhumasaa Affasaa jedheet nama miila lamaan deemu hunda humnaan guuree waraanatti naquun erbaata rasaasa tolche.

QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile Photo

#PP'nis Amma sanatti jirti. Daa'ima ganna 10 olii dirqiin walitti qabdee labooba ibiddaa sanatti guuraa jirti. โœฆ kuni Ummatichi ofumaa wal fixee teesson mootummichaa akka tikfamu qofaaf yaadame. Lola waliinii tolchuun Oromoon wal balleessee lafa dhiirri irra hin jirre gochuufi.

QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile Photo

โœฆDhaloonni waa Oomishu dhibee beelan xannooftee kadhattuu taatee harka abbootii irree eeggachaa akka haftu gochuufi. โœฆ Hattoonni bifa kanaan wal ijaaranii mootummaa of tolchan Ummaticharraa dantaa tokko hin qaban. Gaafa harmi sabaa gu'ee garaansaanii qooqe keessaa baqatu.

QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile Photo

โœฆUmmatichi garuu deegaaf diina walitti ta'ee hafa. Falli har'aa har'a faladhu. Ijoollee ol Adeemtuu kanaaf sagalee ta'uun bira haa dhaabbannuun dhaamsa kooti.

QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile Photo

Oduu dhagahuuf tolu๐Ÿ™Œ๐Ÿผ๐Ÿซก Kabajamoo Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adanech Abiebie- maatii Aartistii wallisaa hangafa #Laggasaa_Abdiif mana jireenyaa abbaa ciisicha 2 meeshaa manaa guutuu waliin kennaniif galatoomaa ulfaadhaa jennan๐Ÿ™Œ๐Ÿผโค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ

Oduu dhagahuuf tolu๐Ÿ™Œ๐Ÿผ๐Ÿซก
Kabajamoo Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adanech Abiebie- maatii Aartistii wallisaa hangafa #Laggasaa_Abdiif mana jireenyaa abbaa ciisicha 2 meeshaa manaa guutuu waliin kennaniif galatoomaa ulfaadhaa jennan๐Ÿ™Œ๐Ÿผโค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ
QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile Photo

What is going on in Ethiopia right ? In the aftermath of the war between the Ethiopian central government and the northernmost region of Tigray, Ethiopia is once again engaged in violent internal conflict, this time involving militia groups from the regions of Amhara and Oromia

QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile Photo

Due to the landslide accident that happened in Gofa zone of southern Ethiopia... - 16 A father who lost his family members. - Five who buried their in-laws family members.

Due to the landslide accident that happened in Gofa zone of southern Ethiopia...
- 16 A father who lost his family members.
- Five who buried their in-laws family members.
Asnaketch Woldetensa (@awoldetensa) 's Twitter Profile Photo

#Jaal_Jireenyaa_Guddataa challenging the low level thinkers!๐Ÿ’ชโค๐Ÿ’šโค Those who stood with Great people yesterday stands with great people today too. Because their understanding of freedom to thy nation is inevitable! Haasawa Ijoo, Gameessa QBO Hambaa Jaal Elemoo Qilxuu

QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile Photo

Rakkoo boodaan balloo jiraa Dhukkuba bodaanis fayyaa jiraa Halkan boodaas guyyaa jiraa Abdii qabaadhu balloo dhufaa jiraa Sodaa malee haala kessa jirtuun tahi firaa

QAACCESSA GADAA (@g_qaaccessa) 's Twitter Profile Photo

Baga gammaddan baga gammanne! Hidhamtonni siyaasaa ABO wagga 4-5 kan mana hidhaa garaagaraa kan turan Guyyaa harโ€™a Hagayya 30/2016 mana hidhaati gadi lakkifamaniiru. 1.Jaal Abdii Ragaasaa 2.Jaal Mikaael Booranaa 3.Jaal Kennasaa Ayyaana 4.Jaal lammii Beenyaa 5.Jaal Dr Gadaa

Baga gammaddan baga gammanne!
Hidhamtonni siyaasaa ABO wagga 4-5 kan mana hidhaa garaagaraa kan turan Guyyaa harโ€™a Hagayya 30/2016 mana hidhaati gadi lakkifamaniiru. 
1.Jaal Abdii Ragaasaa 
2.Jaal Mikaael Booranaa 
3.Jaal Kennasaa Ayyaana
4.Jaal  lammii Beenyaa 
5.Jaal Dr Gadaa