Qaroo Sabaa (@qaroo_sabaa) 's Twitter Profile
Qaroo Sabaa

@qaroo_sabaa

ID: 1559243030233841664

calendar_today15-08-2022 18:19:52

65 Tweet

3,3K Followers

3,3K Following

Qaroo Sabaa (@qaroo_sabaa) 's Twitter Profile Photo

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Bahaa fi Kibba Bahaa tarkaanfii waloon humna diinaa irratti aanaa Hancarii fi Asakoo keessatti guyyaa kaleessaa fudhachaa turan.loltoota bilxiginnaa 20 battalatti ajjeesuun 43 ammoo madoon adabuun injifannoo Cululuqaa galmeessanii jiru

Qaroo Sabaa (@qaroo_sabaa) 's Twitter Profile Photo

Amantoota amantaa Kiristaanaa kan taatanii fi warra Ayyaanaa Qillee kabajjan hundumaan, baga Ayyaana Qilleetiin isin gahe jenna!

Qaroo Sabaa (@qaroo_sabaa) 's Twitter Profile Photo

🕳️Bkm 1 fi Akm 22 moonaa diinatii baasun QBO galii godhanii jiru. Mataan dhiiraa tokko kophaasaa Akm 3 dhuunfatee bahe. RIB iddoo garaagaraatii baay'inaan gara QBO dhufaa waan jirtuuf waraanni keenya Qabaa barbaachisu godhaafii! Fayyaa ta'aa!

🕳️Bkm 1 fi Akm 22 moonaa diinatii baasun QBO galii godhanii jiru. Mataan dhiiraa tokko kophaasaa Akm 3 dhuunfatee bahe. 
   RIB iddoo garaagaraatii baay'inaan gara QBO dhufaa waan jirtuuf waraanni keenya Qabaa barbaachisu godhaafii!
   Fayyaa ta'aa!
ARRAATA BIYYOLESSA OROMIYAA (@arraatao) 's Twitter Profile Photo

ጥቅምት 1፣ 2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ! x.com/i/broadcasts/1…

Qaroo Sabaa (@qaroo_sabaa) 's Twitter Profile Photo

🚩#Mootummaan Ummataaf hin yaadne dhumnisaa badii dha. Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO irraa Kenname. #OromoProtests #OROMIYAAN_BIYYA