Loltuu haqaa hintuqiina (@qaalisaba) 's Twitter Profile
Loltuu haqaa hintuqiina

@qaalisaba

qubeemn.org/stopgenocidalw… qubeemn.org/stopgenocidalw…

ID: 1499937362637250566

calendar_today05-03-2022 02:39:04

209,209K Tweet

5,5K Followers

367 Following

OROMIAN (@oromianist) 's Twitter Profile Photo

Kaayyoon WWMMT: "Mirga Oromoo deebisuuf, rakkoo Oromoo furuuf barumsi hammayyaa murteessadha" Hoogganoota 9, warra ragaa ba'uu dide nama 5 fi miseensoota 7, walumagalatti Oromoota 21 irratti murtiin murta'ee ture. Waggaa 57 dura murtii Taaddeetti murta'e⤵️

Kaayyoon WWMMT:

"Mirga Oromoo deebisuuf, rakkoo Oromoo furuuf barumsi hammayyaa murteessadha"

Hoogganoota 9, warra ragaa ba'uu dide nama 5 fi miseensoota 7, walumagalatti Oromoota 21 irratti murtiin murta'ee ture.  Waggaa 57 dura murtii Taaddeetti murta'e⤵️
OROMIAN (@oromianist) 's Twitter Profile Photo

Bara weerara babalifannaa lafaa sanyii warra weerartuun Oromoo irratti rawwatameen, Oromoon heddu miidha. Tumsitootni weerarichaa waliigaltee qooddannaa qabeenyaa Oromiyaa irratti taasifataniitti milka'aniru. Oromoonis harka cunqursitootafi hacuuccoota seene.

Hundeessitoota WWMMT: Jeneraal Daawwit Abdii, Maammoo Mazaammir, Hayilamaariyaam Gammadaa ajjeesuun, Taaddasaa Birruu Galamsootti hidhuun, Koloneel Alamuu Qixxeessaa Gondar geessuun hidhanii, Seyifuu Tasammaa Gamoo Goofaatti geessanii hidhuun waldicha cufan.

Hundeessitoota WWMMT:

Jeneraal Daawwit Abdii, Maammoo Mazaammir, Hayilamaariyaam Gammadaa ajjeesuun, Taaddasaa Birruu Galamsootti hidhuun, Koloneel Alamuu Qixxeessaa Gondar geessuun hidhanii, Seyifuu Tasammaa Gamoo Goofaatti geessanii hidhuun waldicha cufan.
Qubee MN (@qubeemn) 's Twitter Profile Photo

Abiy Ahmeds hærs massearrestasjoner av oromoer ble intensivert i Øst-Oromia. Den 10.-11. juni 2024 ble mange, inkludert en 75 år gammel mann, arrestert i Ciroo by & områdene rundt. Norway MFA NRK Mike Hammer Human Rights Watch #UN The Associated Press Reuters #FreedomForOromo

Jupiter Kan Oromoo (@kanjupiter) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 7/10/2024: Lixa Shaggar aanaa Jalduu keessatti daa'imni waggaa 7, Qabsoo Dabalaa jedhamu, Waraana Impaayera #Ethiopia|n butamuun achi buutee dhabamsiifaman. #ETHempireMustFall

Jupiter Kan Oromoo (@kanjupiter) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 7/9/2024: Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abaaboo Guduruutti Waraanni Impaayera #Ethiopia|n jiraattota irratti hidhaa fi saamichi geggeeffame. #ETHempireMustFall

Gaafa 7/5/2024: Ganda Sochoosaa Gammachisaa jedhamu keessaa dargaggoo Bashee Nagaasaa Hirphaa jedhamu badii tokko malee rasaasa 4 rukuutamee haala suukkanneessaa ta'een ajjeefame. Goochaa kanaaf Waraanni Impaayera #Ethiopia itti gaafatamuummaa jalaa hin miliqxani. Abadan hin

Jupiter Kan Oromoo (@kanjupiter) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 8/5/2024: Godina Kibba Lixa Shaggar aanaalee akka lluu, Ammayyaa fi Tolee keessatti hidhaan namoota nagaa irratti raawwatamu itti fufe jira. Gad lakkisaani. #EthiopiaIsNOTaCountry

Qabsoon Bilisummaa, Walabummaa, fi Birmadummaa fakki “Sieve Analysis” waliin ni madaalama. Galmaan ga’uuf gingilchamuu fi kaayyoo kana keessa huuluquu qaba. #WBO #Oromo

#Oromo qaqqaalii bara Hagayya 2023 nu jalaa Waraana Impaayera #Ethiopia fi humnoota fiinxaaleeyyii #FANO ni badii tokkoo malee ajjeefaman. Kan surraan isaanii hin argamiin heedduu dha. Hin dagannu! #EthiopiaIsNOTaCountry

Gaafa 8/8/2024: Godina Lixa Wallaggaa aanaa Lataa Sibuutti ganda Waliin Taatee warra Jirruu jedhamutti Waraanni Impaayera #Ethiopia maanguddoo Badhaasaa Kinfuu haala suukkaneessaan ajjeesan. Abadan #HinDagannu2024!

Jupiter Kan Oromoo (@kanjupiter) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 8/9/2024: Waraanni Impaayera #Ethiopia godina Lixa Shaggar aanaa Baakkoo Tibbeetti ganda Tulluu Sangootaa bakka jedhamutti dargaggoo Alamaayyoo Zarihuun badii tokko malee rasaasaan rukutanii ajjeesan. Abadan #HinDagannu2024!

Jupiter Kan Oromoo (@kanjupiter) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 8/12/2024: Godina Qellem Wallaggaa aanaa Gidaamii ganda Abootee Qarsaa jedhamutti jaarsa biyyaa, Obbo Shundaa Gabbisaa Gussaa jedhamu badii tokko malee qeꞌee fi qabeenyaa isaa irratti Waraana Impaayera #Ethiopia|n ajjeefame. Abadan #HinDagannu2024!