Mullis Abba G ❤🌳❤ (@mullisabbag430) 's Twitter Profile
Mullis Abba G ❤🌳❤

@mullisabbag430

Bilisumaan Dhigaan Malee Hin Dhuftu💯 👉WBO Uttubi
#Oromiyaan Biyyaa❤💚❤✊

ID: 1650989181240311809

linkhttps://qubeemn.org/stopgenocidalwar/ calendar_today25-04-2023 22:25:38

40,40K Tweet

1,1K Followers

583 Following

Haqaan Niimoona (@haqaann) 's Twitter Profile Photo

Oromoota biyyoota ambaa fi Oromiyaa keessa jirtan kan gama Twitter hirmanna gargaraa irratti qooda fudhattan fi gootani hin beekne illee yoo jiraattan harra tumsi ummata Oromoo Begii fi Qondalaa ilmaan isaani dhibeen fixa jiruuf haa tumsinu kottaa! #waloomaanRakkinaMoona #Oromiya

Oromoota biyyoota ambaa fi Oromiyaa keessa jirtan kan gama Twitter hirmanna gargaraa irratti qooda fudhattan fi gootani hin beekne illee yoo jiraattan harra tumsi ummata Oromoo Begii fi Qondalaa ilmaan isaani dhibeen fixa jiruuf haa tumsinu kottaa!
#waloomaanRakkinaMoona
#Oromiya
Haqaan Niimoona (@haqaann) 's Twitter Profile Photo

Bor naaf darba jette lammii koo gaaf biyya baate jedhe Hacaaluun Utu mana kabaja qabaanne alli nuuf tola. Yaa hiree Oromoo

Haqaan Niimoona (@haqaann) 's Twitter Profile Photo

Kanuma dhugaan jirtu Yaa Sanyii Waaqayyo si haa tiksu si haa jabeessuu! Walitti naqxuun jenneta hin galtu, warra qophaa yaaddu qophumatti dhiisaa

Oromia_OLA_Fighting_for_freedom (@oliqaan_) 's Twitter Profile Photo

Vedio tana ilaala ilmaan oromoo sirna Ethiopia tiysa jirtan carraan keessanis kanuma. Afaan Oromootin gaaffii Comander turte ?jedhame gaafatame; Ee Ka gaafatu Oromoo Ka ajjeefamu oromoo Ammari dadafiin rasaasa itti robsani haasawa afaaniti kutan🥲 why? maalif ajeefame ?

The Prince ⛩️ (@laggashaii) 's Twitter Profile Photo

Nuclear fusion is the same process that powers the sun and other stars, and is widely seen as the holy grail of clean energy. Experts have worked for decades to master the highly complex process on Earth, and if they do, fusion could ... cnn.com/2024/02/08/cli…

Yohanis Megersa (@yohanismegersa2) 's Twitter Profile Photo

Respecting Int'l laws is the core mandate of #OLF_OLA. Fascist Abiy's POWs were escorted to their families after getting information about the nation's struggle for self-determination & Int’l law. Mike Hammer #UN #SaveOromosAndOromia

Respecting Int'l laws is the core mandate of #OLF_OLA. Fascist Abiy's POWs were escorted to their families after getting information about the nation's struggle for self-determination &amp; Int’l law.  <a href="/MikeHammerUSA/">Mike Hammer</a> #UN #SaveOromosAndOromia
ABO_WBOn_Haa_Waaru (@olf_ola2023) 's Twitter Profile Photo

Gaafa 1/29/2024: Godina Qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo ganda Kuuroo keessatti Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi barattootni Oromoo murna #AbiyAhmedAli balaaleffachaa oolaniiru. Dhaadannoon sagalee dhageessisan keessaa; #SaveOromosAndOromia

Gaafa 1/29/2024: Godina Qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo ganda Kuuroo keessatti Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi barattootni Oromoo murna #AbiyAhmedAli balaaleffachaa oolaniiru. Dhaadannoon sagalee dhageessisan keessaa;  #SaveOromosAndOromia
ABO_WBOn_Haa_Waaru (@olf_ola2023) 's Twitter Profile Photo

1/28 - 2/2/24: Due to z Market strike, road blockades, & resulting fear of z Ethiopian empire falling apart, Fascist Abiy's forces intensified, imprisoning Oromos. On 2/1/24, 3 youths were arrested in Buraayyuu. OROMIA IS A COUNTRY! #SaveOromosAndOromia

1/28 - 2/2/24: Due to z Market strike, road blockades, &amp; resulting fear of z Ethiopian empire falling apart, Fascist Abiy's forces intensified, imprisoning Oromos. On 2/1/24, 3 youths were arrested in Buraayyuu. OROMIA IS A COUNTRY!  #SaveOromosAndOromia