Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile
Cichaa_Piress

@cichaa_piress

#Follow_Me โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ๐ŸŒณโค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ

ID: 1588537186001076224

calendar_today04-11-2022 14:23:03

2,2K Tweet

909 Followers

1,1K Following

Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

Warraa sirnaa moofaa diigee Biyyaa walabaa ijaaruu ๐Ÿซต๐ŸŒŸโœŠ Wbon Galaanaa Irra Dhangalaana #jajjabee_oromia #OROMIYAAN_BIYYA

Wanofii (@wanofii123) 's Twitter Profile Photo

#แˆ˜แˆจแŒƒแฆแ‹›แˆฌ แ‰ 7/09/25 แŒ€แŒแŠ“แ‹ แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แАแƒแАแ‰ต แˆ แˆซแ‹Šแ‰ต แˆ†แˆซ แŠ แˆญแˆฐแ‹ฒ แ‹žแŠ• แ‰ แˆแˆฅแˆซแ‰… แˆธแŒˆแˆญ แ‹žแŠ• แ‹แˆตแŒฅ แ‹แˆฝแˆตแ‰ฑแŠ• แŠซแˆแ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠฅแ‹จแ‹ˆแ‰ƒแ‹ แ‹ญแŒˆแŠ›แˆ....แ‰ฆแ‰ณแ‹ แ‹ซแˆแ‰ฐแŒ แ‰€แˆฐแ‹ แ‰ แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แАแ‹!

Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

๐Ÿ‘๏ธSabaa mitii mandarii shiftaa qabduu kabajaa qabdi Kanaaf Waraanaa ijaaruuf dirqamnee Oromoo Seenaa Warra Magarsaa Ida'ee

๐Ÿ‘๏ธSabaa  mitii mandarii shiftaa qabduu kabajaa qabdi  Kanaaf Waraanaa ijaaruuf dirqamnee Oromoo
Seenaa Warra Magarsaa Ida'ee
Jawar Mohammed (@jawar_mohammed) 's Twitter Profile Photo

Dhiheenya kana Horro Guduruu Wallaggaa naannoo Abee Dongorotti hidhattoonni "Faannoo Wallaggaa" ofiin jedhan jumlaan ajjeesan. Sana duras Wallagga Bahaa Giddaa Ayyaanaatti, Shawaa Lixaa Noonnotti ajjeechaa walfakkaataatu raaw'atame. Maaltu deemaa jira? "Faannoo Wallaggaa"

Dhiheenya kana Horro Guduruu Wallaggaa naannoo Abee Dongorotti hidhattoonni "Faannoo Wallaggaa" ofiin jedhan jumlaan ajjeesan. Sana duras Wallagga Bahaa Giddaa Ayyaanaatti, Shawaa Lixaa Noonnotti ajjeechaa walfakkaataatu raaw'atame. 

Maaltu deemaa jira? "Faannoo Wallaggaa"
Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

Dubbataniif miti ojjetaniif malee duraaf duuba laallee hin buufne hamilee wbo qeequuf mitii jaalachuufuu hamilee si gaafata!!! #highlightseveryone #

Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

๐ŸŒฟ. Cibiraa Birbirsa Gooraa Handhuura Finfinne Jelatti Dakee Wolitti Ishee Guuree Gau'msa WBO Duris Sirriti Beektuu ๐Ÿคช

Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

Kunis hojii Leenconni GG hojjatani. Milkiin oluma ๐Ÿซฐ #everyoneใ‚ทใ‚šviralใ‚ทviralใ‚ทfypใ‚ทใ‚šviralใ‚ทalใ‚ทgood

Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

Imimmaan naachaa! Jaalala biyyaa jechuun jaalala lammiileef qabduuf ibsama!Jaalalli gaara fi bishaaniif boo'amu jaalala fakkeessati Sheyxaanticha Bulguu ๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž

Imimmaan naachaa!

Jaalala biyyaa jechuun jaalala lammiileef qabduuf ibsama!Jaalalli gaara fi bishaaniif boo'amu jaalala fakkeessati
Sheyxaanticha Bulguu ๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž
Milkessa Gemechu (@milkessam) 's Twitter Profile Photo

แˆ…แ‹ณแˆด แŒแ‹ตแ‰ฅ แ‹จแˆแˆ‰แˆ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแ‹Šแ‹ซแŠ• แˆ‹แ‰ฅ แ‹แŒคแ‰ต แАแ‹แข แ‰ แŒแ‹ตแ‰ก แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แ‹จแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆ‰ แŒ€แŒแŠ–แ‰ฝ แŠ แˆˆแˆแข แŒแ‹ตแ‰ก แŠฅแŠ•แ‹ฒแŒˆแАแ‰ฃ แ‰ตแˆแ‰… แŠ แˆตแ‰ฐแ‹‹แ† แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒ‰ แ‰ฅแ‹™ แŠ“แ‰ธแ‹ แ‰ แŠ แ‰ฅแ‹ญ แˆ›แŠแ‹ซ แˆตแˆจแ‹“แ‰ต แ‹จแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆ‰แข แŠ แˆแŠ•แˆ แŠฅแ‹จแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆ‰ แАแ‹แข แˆแˆตแŒ‹แŠ“ แŠฅแŠ“ แ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ›แ‹Š แŠญแ‰ฅแˆญ แˆˆแАแˆฑแข

แˆ…แ‹ณแˆด แŒแ‹ตแ‰ฅ แ‹จแˆแˆ‰แˆ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแ‹Šแ‹ซแŠ• แˆ‹แ‰ฅ แ‹แŒคแ‰ต แАแ‹แข  แ‰ แŒแ‹ตแ‰ก แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แ‹จแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆ‰ แŒ€แŒแŠ–แ‰ฝ แŠ แˆˆแˆแข  แŒแ‹ตแ‰ก แŠฅแŠ•แ‹ฒแŒˆแАแ‰ฃ แ‰ตแˆแ‰… แŠ แˆตแ‰ฐแ‹‹แ† แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒ‰ แ‰ฅแ‹™ แŠ“แ‰ธแ‹ แ‰ แŠ แ‰ฅแ‹ญ แˆ›แŠแ‹ซ แˆตแˆจแ‹“แ‰ต แ‹จแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆ‰แข  แŠ แˆแŠ•แˆ แŠฅแ‹จแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆ‰ แАแ‹แข  แˆแˆตแŒ‹แŠ“ แŠฅแŠ“ แ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ›แ‹Š แŠญแ‰ฅแˆญ แˆˆแАแˆฑแข
Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

Hojiin ganama harraa aanaa dagam jajjabeen dalage kana fakkaatti. ๐Ÿ’ช Maddi: Jaal Abdii Dhugaa #everyoneใ‚ทใ‚šviralใ‚ทviralใ‚ทfypใ‚ทใ‚šviralใ‚ทalใ‚ทeveryone #hilightseveryonefollowers2025ghtseveryonefollowers2025ilightseveryonefollowers2025

Goobanaa Faaraa (@goobanaafaaraa) 's Twitter Profile Photo

Dhugaa onnee kee keessaa jiruu qofaaf jiraadhuu . waan namoonni isaan kaan jedhanitti hin dhiphaatiin. Baay'een keenyaa waan namoonni isaan kaan wa'ee keenyaa yaadanitti dhiphachaa jiraannaa. kun dhukkuba namoota hedduu akka ta'e beekamadha. Waa'ee koo namoonni maal yaaduu?