Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile
Dhiiroo Garbii

@dhiiroogarbii

Osoon Lubbuun Jiruu Itiyoophiyaa Waliin hin Jiraadhu Oromiyaa Walaboomte Keessa Malee,ani Dhiiroo Garbii
Pro-independent Oromia
Beekkamaatu Beekaa Dhokse.!

ID: 1404154745732964352

calendar_today13-06-2021 19:13:49

11,11K Tweet

35,35K Followers

2,2K Following

Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Abiy Ahmed is a dictator. Abiy Ahmed is a killer Hojii Abiy Ahmed hojjetaa turee fi hojjetaa jiru ilaalaa yaa biyyaa.๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Abiy Ahmed is a dictator.
Abiy Ahmed is a killer 
Hojii Abiy Ahmed hojjetaa turee fi hojjetaa jiru ilaalaa yaa biyyaa.๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Eid Mubarak!! Ilmaan Oromoo Hordoftoonni Amantii Muslimaa Baga Ayyaana Arafaa Eid Adhahaa Al Mubarakiin Isin gahe;waliin geenye!! Kan baranaa bara hedduu Rabbiin nuun haa jedhu!!

Eid Mubarak!!
Ilmaan Oromoo Hordoftoonni Amantii Muslimaa Baga Ayyaana Arafaa Eid Adhahaa Al Mubarakiin Isin gahe;waliin geenye!!
Kan baranaa bara hedduu Rabbiin nuun haa jedhu!!
Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

#DhangaaTorbanii TAP-IN | Friday | JUNE 6th '25. 1PM EST | 8PM OROMIA TIME ๐Ÿ’ฏ Pro ABO-WBO/QBO at all times Webinar link ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ us02web.zoom.us/j/86787671137?โ€ฆ Webinar ID: 867 8767 1137 Passcode: 193892 #highlights #ABO_WBO #Oromia DhangaaTorbanii

#DhangaaTorbanii  
TAP-IN | Friday | JUNE 6th '25. 
1PM EST  | 8PM OROMIA TIME

๐Ÿ’ฏ Pro ABO-WBO/QBO at all times 

Webinar link ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

us02web.zoom.us/j/86787671137?โ€ฆ

Webinar ID: 867 8767 1137
Passcode: 193892

#highlights #ABO_WBO #Oromia DhangaaTorbanii
Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Baga Jalbultii Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waggaa 5ffaa Geessan! Teesssoo keenya asii gadiin nu argachuu dandeessu! Galatoomaa!

Baga Jalbultii Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waggaa 5ffaa Geessan!
Teesssoo keenya asii gadiin nu argachuu dandeessu!
Galatoomaa!
Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Beneshaagul Gumuz โ—†Kabaja Ayyaa Idaal -Adahaa Irratti hawwaasa Musuliimaa Walitti qabamerratti haalellaan fudhatamuun Yakka hamtuudha!

Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Barattoonni Yuuniversiitii Wallaggaa mormii kaasan. Sababa yeroo hundaa galgala nyaataa 12:00tti cufaniif, akkasumas har'ammoo osoo 12:00 hin taane baajata dhumeera jechuun nyaata dhowwataniif mormii kaasaniiru

Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Inbox Horroo guduruu wallaggaa aanaalee fi gandoota ishee keessatti hidhaa fi dararaan waraana biltsiginnaa fi kaabinoota gandaan akka malee hammaatee jira, maqaa balbala keetti ibsaa ibsuu diddee ,zoonii,garee gareedhaan mari'achuu diddan jedhuun uummata...

Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Dhiigaaf lafee keenyaan oromiyaa walabaa ni ijaarra'Tolaan miti lolaan dugda Diinarraa hiikne! Qaanqee oromiyaa! Warruu Ilma Sabaa

Dhiigaaf lafee keenyaan oromiyaa walabaa ni ijaarra'Tolaan miti lolaan dugda Diinarraa hiikne!
Qaanqee oromiyaa!
Warruu Ilma Sabaa
Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Zoonii Kibbaa...Gujii Lixaa.. Furgaatuun Burqaa Bilisummaa Aanaa malka Sooda Dildilaati Gugsee kessaa yaasee kessaa dhichisaa jira! Kayyoomsii Waaqiiโœ๏ธ

Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

๐Ÿ‘‰One Bullet For One Puppet ๐Ÿ‘‰A Single Bullet For A Single Traitor ๐Ÿ‘‰They Know But They Don't Know The Day ๐Ÿ‘‰Previous Chapter Is Over.You Will See New Chapter With New Decision. ๐Ÿ‘‰No More Soft Decision; All of You Must Taste The Tough. By Waamii Waamii Dhugaa

๐Ÿ‘‰One Bullet For One Puppet 
๐Ÿ‘‰A Single Bullet For A Single Traitor 
๐Ÿ‘‰They Know But They Don't Know The Day
๐Ÿ‘‰Previous Chapter Is Over.You Will See New Chapter With New Decision. 
๐Ÿ‘‰No More Soft Decision; All of You Must Taste The Tough.
By Waamii Waamii Dhugaa
Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waggaa 5ffaa Ilaalchisuun Qophii Karaa Zoomii Torban Dhufu Waxabajjii 22,2025 Geggeeffamu Irratti Haa Hirmaannu! Oromia national Media - Arraata Biyyolessa Oromiyaa

Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waggaa 5ffaa Ilaalchisuun Qophii Karaa Zoomii Torban Dhufu Waxabajjii  22,2025 Geggeeffamu Irratti Haa Hirmaannu!
Oromia national Media - Arraata Biyyolessa Oromiyaa
Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

#Hordofii Qeerroon Jala Bu'ii Adda Baasi "Konkolaataan lobbed track kannen lakkoofsa gabatee biyya keniyaa ta'e yeroo dheraaf meshaa contineran fe'ame kallatti Kibbaa irraa Lixa Wallaggaa Gimbii kambii RIB biyyaati bu'a jiru". Kana hordofii.

#Hordofii

Qeerroon Jala Bu'ii Adda Baasi

"Konkolaataan lobbed track kannen lakkoofsa gabatee biyya keniyaa ta'e yeroo dheraaf meshaa contineran  fe'ame kallatti Kibbaa irraa Lixa Wallaggaa Gimbii kambii RIB biyyaati bu'a jiru". Kana hordofii.
Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

A .T.Teessoo Humna Qilleensaa Empaayeeraatti Magaalaa Biishooftuu kaambii Maakkalakiyaa Ganda 01 keessatti argamu laafa walitti qabama Ajajooni waarananni ppArgaamanatti odessuma keessoo moorichaa irraa argaateenTaarkaanfii Haaleellaa boonbii fudhaateenD4 du'aan Adaabee 5 n madoo

Dhiiroo Garbii (@dhiiroogarbii) 's Twitter Profile Photo

~Sadarkaa Gandaatti Bulchaa fi dhimmi nageenyaa pp leenjii loltummaa jedhame irra turan yoo ba'an paartii fi diinagdeen immoo guyyoota muraasa booda leenjiicha ni seenu jedhame!

Lafee Oromoo loltoota Impaayera Itoophiyaatiin #Wallagga_bahaa_Aanaa_kiramuutti ajjeefamanii bosonatti gatamani. Kanneen lafeen isaanii bosona keessatti argame namoota muraasa irra hedduu Oromoo Qulqulluu ajjeefamnii bineensaatu nyaate.