Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile
Cichaa_Piress

@cichaa_piress

#Follow_Me ❤️‍🔥🌳❤️‍🔥

ID: 1588537186001076224

calendar_today04-11-2022 14:23:03

2,2K Tweet

909 Takipçi

1,1K Takip Edilen

Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

Warraa sirnaa moofaa diigee Biyyaa walabaa ijaaruu 🫵🌟✊ Wbon Galaanaa Irra Dhangalaana #jajjabee_oromia #OROMIYAAN_BIYYA

Wanofii (@wanofii123) 's Twitter Profile Photo

#መረጃ፦ዛሬ በ7/09/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰዲ ዞን በምሥራቅ ሸገር ዞን ውስጥ ፋሽስቱን ካምፕ እንዲህ እየወቃው ይገኛል....ቦታው ያልተጠቀሰው በምክንያት ነው!

Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

👁️Sabaa mitii mandarii shiftaa qabduu kabajaa qabdi Kanaaf Waraanaa ijaaruuf dirqamnee Oromoo Seenaa Warra Magarsaa Ida'ee

👁️Sabaa  mitii mandarii shiftaa qabduu kabajaa qabdi  Kanaaf Waraanaa ijaaruuf dirqamnee Oromoo
Seenaa Warra Magarsaa Ida'ee
Jawar Mohammed (@jawar_mohammed) 's Twitter Profile Photo

Dhiheenya kana Horro Guduruu Wallaggaa naannoo Abee Dongorotti hidhattoonni "Faannoo Wallaggaa" ofiin jedhan jumlaan ajjeesan. Sana duras Wallagga Bahaa Giddaa Ayyaanaatti, Shawaa Lixaa Noonnotti ajjeechaa walfakkaataatu raaw'atame. Maaltu deemaa jira? "Faannoo Wallaggaa"

Dhiheenya kana Horro Guduruu Wallaggaa naannoo Abee Dongorotti hidhattoonni "Faannoo Wallaggaa" ofiin jedhan jumlaan ajjeesan. Sana duras Wallagga Bahaa Giddaa Ayyaanaatti, Shawaa Lixaa Noonnotti ajjeechaa walfakkaataatu raaw'atame. 

Maaltu deemaa jira? "Faannoo Wallaggaa"
Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

Dubbataniif miti ojjetaniif malee duraaf duuba laallee hin buufne hamilee wbo qeequuf mitii jaalachuufuu hamilee si gaafata!!! #highlightseveryone #

Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

Imimmaan naachaa! Jaalala biyyaa jechuun jaalala lammiileef qabduuf ibsama!Jaalalli gaara fi bishaaniif boo'amu jaalala fakkeessati Sheyxaanticha Bulguu 👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎

Imimmaan naachaa!

Jaalala biyyaa jechuun jaalala lammiileef qabduuf ibsama!Jaalalli gaara fi bishaaniif boo'amu jaalala fakkeessati
Sheyxaanticha Bulguu 👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎
Milkessa Gemechu (@milkessam) 's Twitter Profile Photo

ህዳሴ ግድብ የሁሉም ኢትዮጵያዊያን ላብ ውጤት ነው። በግድቡ ምክንያት የተገደሉ ጀግኖች አለሁ። ግድቡ እንዲገነባ ትልቅ አስተዋፆ ያደረጉ ብዙ ናቸው በአብይ ማፊያ ስረዓት የተገደሉ። አሁንም እየተገደሉ ነው። ምስጋና እና ዘላለማዊ ክብር ለነሱ።

ህዳሴ ግድብ የሁሉም ኢትዮጵያዊያን ላብ ውጤት ነው።  በግድቡ ምክንያት የተገደሉ ጀግኖች አለሁ።  ግድቡ እንዲገነባ ትልቅ አስተዋፆ ያደረጉ ብዙ ናቸው በአብይ ማፊያ ስረዓት የተገደሉ።  አሁንም እየተገደሉ ነው።  ምስጋና እና ዘላለማዊ ክብር ለነሱ።
Cichaa_Piress (@cichaa_piress) 's Twitter Profile Photo

Hojiin ganama harraa aanaa dagam jajjabeen dalage kana fakkaatti. 💪 Maddi: Jaal Abdii Dhugaa #everyoneシ゚viralシviralシfypシ゚viralシalシeveryone #hilightseveryonefollowers2025ghtseveryonefollowers2025ilightseveryonefollowers2025

Goobanaa Faaraa (@goobanaafaaraa) 's Twitter Profile Photo

Dhugaa onnee kee keessaa jiruu qofaaf jiraadhuu . waan namoonni isaan kaan jedhanitti hin dhiphaatiin. Baay'een keenyaa waan namoonni isaan kaan wa'ee keenyaa yaadanitti dhiphachaa jiraannaa. kun dhukkuba namoota hedduu akka ta'e beekamadha. Waa'ee koo namoonni maal yaaduu?