Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile
Addis Standard Afaan Oromoo

@addisstandardao

Facebook: facebook.com/AddisstandardAO Telegram: t.me/AddisstandardAO

ID: 1694644860769185792

linkhttps://addisstandard.com/Afaanoromoo/ calendar_today24-08-2023 09:36:55

2,2K Tweet

1,1K Followers

4 Following

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Dhaabbanni qorannoo AI qabiyyeewwan walitti bu’iinsa kakaasan miidiyaa hawaasaan darban muddama #Itoophiyaa fi #Eertiraa hammeessaa jiraachuu akeekkachiise addisstandard.com/Afaanoromoo/?p… "Gaaga’ama waraanni #Tigraay geessise akka hin deebineef tarkaanfii fudhatamu qaba" jedhe.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Mootummaan #Itoophiyaa qorannoo shororkeessummaa gaazexeessitoota #EBS irratti gaggeeffamaa jiru akka dhiisu #CPJ gaafate addisstandard.com/Afaanoromoo/?p… Dhaabbatichi ibsa isaatiin, “hanqina naamusa gaazexeessummaa” uumameef deebiin laatame “madaalawaa miti” jechuun ibseera.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Komishinichi naannoo #Amaaraatti qaamolee hidhatanii bosona jiran irraa ajandaa fudhachuuf akka haala mijeessu ibse Dabalataan kanneen hidhamanii jiran fi biyyaa baqatan ajandaa marii biyyaalessaa akka laatan haala mijeessuuf hojjetamaa jira. facebook.com/AddisstandardA…

Komishinichi naannoo #Amaaraatti qaamolee hidhatanii bosona jiran irraa ajandaa fudhachuuf akka haala mijeessu ibse 

Dabalataan kanneen hidhamanii jiran fi biyyaa baqatan ajandaa marii biyyaalessaa akka laatan haala mijeessuuf hojjetamaa jira.

facebook.com/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Barattoonni musliimaa #Aksum hijaaba akka uffataniif murtoo Mana Murtii Aanaa Aksum dabarse manni murtii godinaa raggaase addisstandard.com/Afaanoromoo/?p… Haata’u malee uggurri manni murtii aanaa Aksum dabarse kun hanga ammaatti manneen barnoota kanaan hojiirra hin oolle.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #ONLF dura taa'aa eeggataa haaraa muude; murni paartichaa biraa sochii kana “mootummaan kan deeggarame” jechuun balaaleffate addisstandard.com/Afaanoromoo/?p… Paartichi Abdirahmaan Mahdii aangoo irraa kaasuun bakka isaanii Abdikariim Sheek Musee dura taa'aa eeggataa gochuun muude.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Obbo Geetaachoo Raddaan Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Mummichi Ministiraa ta’uun muudaman Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad obbo Geetaachoo Raddaatin Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa taasisuun muudaniiru. t.me/AddisstandardA…

Obbo Geetaachoo Raddaan Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Mummichi Ministiraa ta’uun muudaman

Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad obbo Geetaachoo Raddaatin Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa taasisuun muudaniiru.

t.me/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Barsiisota #Oromiyaa keessatti afaan #Chaayinaa barsiisan leenjisuuf waliigalteen mallattaa’e Yuunivarsiitiin #Finfinnee fi Biiroon Barnoota Oromiyaa barsiisota naannoo Oromiyaa keessatti afaan ‘Mandarin’ barsiisan leenjisuuf waliigalan. facebook.com/AddisstandardA…

Oduu: Barsiisota #Oromiyaa keessatti afaan #Chaayinaa barsiisan leenjisuuf waliigalteen mallattaa’e

Yuunivarsiitiin #Finfinnee fi Biiroon Barnoota Oromiyaa barsiisota naannoo Oromiyaa keessatti afaan ‘Mandarin’ barsiisan leenjisuuf waliigalan. 

facebook.com/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Lixa #Oromiyaa Aanaa #Abee_Dongorootti namoonni 7 hidhattootaan ajjeefaman; Jiraattonni "hidhattoota #Faannoo" himataniiru addisstandard.com/Afaanoromoo/?p… Kunis haleellaa guyyoota muraasa giddutti aanicha keessa raawwatame isa lammataati.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Gulaallii: Haqa dhorkame: Erga Battee Urgeessaan ajjeefame waggaa tokko ta’us ammallee itti gaafatamummaan hin mirkanoofne. Callisuu fi adabbii malee jiraachuun haa dhaabbatu! addisstandard.com/Afaanoromoo/?p…

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Barattoonni #Itoophiyaa dorgommii Huwaawwee 'Teek foor Guud' #Chaayinaatti dorgomame injifatan Barattoonni jaha Itoophiyaa bakka bu'an kunneen Yuunivarsiitii #Finfinnee, #Haramayaaa, #Jimmaa, #Walqixxee, fi #AASTU irraa akka hirmaatan eerameera. facebook.com/10007213677657…

Barattoonni #Itoophiyaa dorgommii Huwaawwee 'Teek foor Guud' #Chaayinaatti dorgomame injifatan

Barattoonni jaha Itoophiyaa bakka bu'an kunneen Yuunivarsiitii #Finfinnee, #Haramayaaa, #Jimmaa, #Walqixxee, fi #AASTU irraa akka hirmaatan eerameera.

facebook.com/10007213677657…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Pirof. Kindayaa Gabrahiwoot Gorsaa Ministeera Barnootaa ta'uun muudaman Ministirri Muummee Abiy Ahimad har'a Ebla 6, 2017 ALI irraa eegalee Piroofesar Kindayaa Gabrahiwootiin sadarkaa Deetaa Ministiraatti Gorsaa Ministeera Barnootaa taasisuun muudaniiru. t.me/AddisstandardA…

Pirof. Kindayaa Gabrahiwoot Gorsaa Ministeera Barnootaa ta'uun muudaman

Ministirri Muummee Abiy Ahimad har'a Ebla 6, 2017 ALI irraa eegalee Piroofesar Kindayaa Gabrahiwootiin sadarkaa Deetaa Ministiraatti Gorsaa Ministeera Barnootaa taasisuun muudaniiru.

t.me/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #ABUT mootummaan #Itoophiyaa waliigaltee Piriitooriyaa “cabsaa jira”, “ummata #Tigraay dhiibaa jira” jechuun himate addisstandard.com/Afaanoromoo/?p… “Qamoonni waliigalticha mallatteessan lamaan marii siyaasaa fi waliigalteedhaan waliin hojjechuu akka qaban” hubachiiseera.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa “#Finfinneetti dallaan masjiida tokko seeraan ala diigame” jechuun himate Bulchiinsi kutaa magaalaa #Qirqoos gama isaatiin "olaantummaa seeraa mirkaneessuuf tarkaanfii fudhatamedha" jedhe. facebook.com/AddisstandardA…

Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa “#Finfinneetti dallaan masjiida tokko seeraan ala diigame” jechuun himate

Bulchiinsi kutaa magaalaa #Qirqoos gama isaatiin "olaantummaa seeraa mirkaneessuuf tarkaanfii fudhatamedha" jedhe.

facebook.com/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Mootummaan #Itoophiyaa Pirojektii Misooma Koridarii “hatattammaan akka dhaabu” #Amnastiin gaafate addisstandard.com/Afaanoromoo/?p… Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa lama keessatti namoonni 872 marii gahaa, beeksisa, ykn beenyaa tokko malee akka buqqa’an mirkaneessuu ibseera.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #ABUT “Paanaaliin #Gamtaa_Afrikaa hatattamaan walitti qabamee raawwii Waliigaltee Piriitooriyaa irratti akka mari’atu” gaafate addisstandard.com/Afaanoromoo/?p… Dura Taa'aan ABUT Dabratsiyoon Gabramikaa’el haalota raawwii Waliigaltee Nagaa Piritooriyaa "yaaddeessaa" ta'uu himan.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

#Harar miseensa Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa taate Konfaransiin Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa Hoongi Koongitti taa’amaa jiru magaalaa Harariin miseesummaadhaan simachuu Pireezidaantii Naannoo Harar Ordiin Badrii ibsan. t.me/AddisstandardA…

#Harar miseensa Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa taate

Konfaransiin Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa Hoongi Koongitti taa’amaa jiru magaalaa Harariin miseesummaadhaan simachuu Pireezidaantii Naannoo Harar Ordiin Badrii ibsan.

t.me/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Mootummaan #Ameerikaa Imbaasii #Eertiraa argamu dabalatee Imbaasiiwwan kudhan cufuuf karoorfachuu ibsame Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa imbaasiiwwan kanaan alatti qoonsilaawwan 17 cufuuf karoorfachuu isaa Niiw Yoork Taayims gabaaseera. facebook.com/AddisstandardA…

Oduu: Mootummaan #Ameerikaa Imbaasii #Eertiraa argamu dabalatee Imbaasiiwwan kudhan cufuuf karoorfachuu ibsame 

Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa imbaasiiwwan kanaan alatti qoonsilaawwan 17 cufuuf karoorfachuu isaa Niiw Yoork Taayims gabaaseera.

facebook.com/AddisstandardA…
Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: #Wallagga_Bahaatti miseensi #WBO ajjeefamuu hordofee haleellaa “haaloo ba’uu” raawwatameen lubbuun namoota 29 darbe addisstandard.com/Afaanoromoo/?p… Ka'umsi haleellaa kanaa “wahila dhiyoo” ajajaa WBO Jaal Marroo kan ta’e Shoddeen humnoota mootummaatin ajjeefamuu ta'uu himameera.

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Addis Standard badhaasa bilisummaa pireesii idil addunyaa bara 2025 dhaabbata ‘One World Media’ qopheessu irratti kaadhimamtoota xumuraa 10 keessaa tokko ta’e. facebook.com/AddisstandardA…

Addis Standard Afaan Oromoo (@addisstandardao) 's Twitter Profile Photo

Oduu: Barruun #Taayim namoota bara 2025 addunyaa irratti dhiibbaa uuman 100 keessatti lammii #Itoophiyaa Teediroos Adihaanoom filate Kana malees, Pireezidaantiin #Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhiibbaa uumtoota bara kanaa keessaa argamu. facebook.com/AddisstandardA…

Oduu: Barruun #Taayim namoota bara 2025 addunyaa irratti dhiibbaa uuman 100 keessatti lammii #Itoophiyaa Teediroos Adihaanoom filate 

Kana malees, Pireezidaantiin #Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhiibbaa uumtoota bara kanaa keessaa argamu. 

facebook.com/AddisstandardA…