Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profileg
Maaddii Abol

@MaaddiiAbol

Maaddiin Abol Chaanaalii DSTV 489, chaanaalii bashannana waliigalaa sa'aatii 24 kan hojjetu yoo ta'u, qabiyyeewwan idil-addunyaa fi biyya keessaa afaan oromon.

ID:1646459736131264514

calendar_today13-04-2023 10:26:59

292 Tweets

85 Followers

6 Following

Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Mitul suuraa cidhaa Siid'fi Roshnii akka namni hundi argutti sagantaa irratti agarsiisa😮 Aanyaan ajandaa dhoksaa waan qabdu fakkaata😡
'i raja Wiixata Galgala 2:30tti daawwadhaa📺
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti!
!
👉tinyurl.com/3wwax8fk

Mitul suuraa cidhaa Siid'fi Roshnii akka namni hundi argutti sagantaa irratti agarsiisa😮 Aanyaan ajandaa dhoksaa waan qabdu fakkaata😡 #Jama'i raja Wiixata Galgala 2:30tti daawwadhaa📺 #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti! #Ethiopia! 👉tinyurl.com/3wwax8fk
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Haala Jireenya obbo Zinnaaw😮😅
Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti📷
!
👉tinyurl.com/mfy7ccn8

Haala Jireenya obbo Zinnaaw😮😅 #Qaqqabaa Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti📷 #Ethiopia! 👉tinyurl.com/mfy7ccn8
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Bilbilli qorataa Mabiraatuun yeroo dheeraaf dhoksaa ture qorannoof ergame😮
Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti📺 !
Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa👇

Bilbilli qorataa Mabiraatuun yeroo dheeraaf dhoksaa ture qorannoof ergame😮 #Qaqqabaa Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti📺 #Ethiopia! Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa👇
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Haati Roomaan Obbo Girmaa aarsite😡 Namichi maaliif waggaa dheeraa booda ilma isaa barbaade🤔?
Wiixata - Jimaata Galgala 1:30 daawwadhaa📺! ! DStv Ethiopia Chaanaalii 489 qofaan!
Liinkii gadi jiru cuqaasaa👇
tinyurl.com/52wdsr6y

Haati Roomaan Obbo Girmaa aarsite😡 Namichi maaliif waggaa dheeraa booda ilma isaa barbaade🤔? #Ilillii Wiixata - Jimaata Galgala 1:30 daawwadhaa📺! #Ethiopia! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 qofaan! Liinkii gadi jiru cuqaasaa👇 tinyurl.com/52wdsr6y
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Namichi maallaqa abbaa Qananiniif liqesse filannoo du'aa yookaan Qananiin akka itti heerumtu gaafate😱😢
Wiixata Galgala 3:30tti Daawwadhaa📺
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti!
!
Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa👇
tinyurl.com/39jtvb88

Namichi maallaqa abbaa Qananiniif liqesse filannoo du'aa yookaan Qananiin akka itti heerumtu gaafate😱😢 #Waadaa Wiixata Galgala 3:30tti Daawwadhaa📺 #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti! #Ethiopia! Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa👇 tinyurl.com/39jtvb88
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Salamoon Daliinaa jaallatemo🙄? Maatiin Obboo Malaakuu gammachuu guddaa keessa jiru☺️😍
Kibxata Galgala 2:00 tti daawwadhaa!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti📺
!
👉tinyurl.com/3j76addw

account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Abbaan mucayyoo isaaf jedhee liqaan inni itti gale dirqamaan ishee namichaa liqeesseefitti akka heerumtu godha😮😢 Ni herumtii laata🤔?
Wiixata Galgala 3:30tti Daawwadhaa📺 DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti !
👉tinyurl.com/sjm3d7rj

account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Komediyaan Buzeen sirbaafis sagalee kiloolee qaba😍🎤
yeroo hudaa Kamisa galgala sa'atii 3:30tti
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti !
Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa👇
tinyurl.com/4x2ar5tk

Komediyaan Buzeen sirbaafis sagalee kiloolee qaba😍🎤 #Oolmaakoo yeroo hudaa Kamisa galgala sa'atii 3:30tti #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti #Ethiopia! Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa👇 tinyurl.com/4x2ar5tk
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Haati mana Salamoon Daliinaa mana isheetti arguun ishe aarse😡🔥
Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa📺!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti
!
Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa👇
tinyurl.com/4czc7t8r

Haati mana Salamoon Daliinaa mana isheetti arguun ishe aarse😡🔥 #Qaqqabaa Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa📺! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti #Ethiopia! Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa👇 tinyurl.com/4czc7t8r
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Ribqaan yeroo tokkotti jaalalli qabeetimoo kan bilbila ishee muchaa hinbeekneef kennite🤔?
Wiixata - Jimaata Galgala 1:30 daawwadhaa📺!
!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 qofaan! Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa
👉tinyurl.com/bdzm6rzm

Ribqaan yeroo tokkotti jaalalli qabeetimoo kan bilbila ishee muchaa hinbeekneef kennite🤔? #Ilillii Wiixata - Jimaata Galgala 1:30 daawwadhaa📺! #Ethiopia! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 qofaan! Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa 👉tinyurl.com/bdzm6rzm
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Waadaan bu'uraa amanamummaa, waloomaafi tokkummaati! Cimina waadaa💪Hunduu waadaa haa eegnu💪😊!
Wiixata Galgala 3:30tti Daawwadhaa📺 DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti !
👉tinyurl.com/2r2b7kd3

Waadaan bu'uraa amanamummaa, waloomaafi tokkummaati! Cimina waadaa💪Hunduu waadaa haa eegnu💪😊! #Waadaa Wiixata Galgala 3:30tti Daawwadhaa📺#MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti #Ethiopia! 👉tinyurl.com/2r2b7kd3
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Girmaan filannoof dorgoma garuu mottoo hin qabu😮🤣
Wiixata - Jimaata Galgala 1:30 daawwadhaa📺! !
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 qofaan! Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa
👉tinyurl.com/ya7ta4au

Girmaan filannoof dorgoma garuu mottoo hin qabu😮🤣 #Ilillii Wiixata - Jimaata Galgala 1:30 daawwadhaa📺! #Ethiopia! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 qofaan! Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa 👉tinyurl.com/ya7ta4au
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Zinnaaw kan rasaasaan rukkuchisee Bileeni moo?😱
Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti📺 !
Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa
👉tinyurl.com/5ft6e487

Zinnaaw kan rasaasaan rukkuchisee Bileeni moo?😱 #Qaqqabaa Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti📺 #Ethiopia! Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa 👉tinyurl.com/5ft6e487
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Turtii Artist Humneechaa Asaffaa waliin! Gammeen leenjii Aartii irra oole.Akka isin hin dabarre😍📺
yeroo hudaa Kamisa galgala sa'atii 3:30tti🕰️
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti
!
👉tinyurl.com/49m2pj7r

account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Baga Ayyaana Iid Al-fatir waggaa 1445ffaan isin Gahe🌟🎊! Maaddii Abol Filannoo bashaannanaa keessan!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti📺
!
👉tinyurl.com/4u94wy7p

Baga Ayyaana Iid Al-fatir waggaa 1445ffaan isin Gahe🌟🎊! Maaddii Abol Filannoo bashaannanaa keessan! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti📺 #Ethiopia! 👉tinyurl.com/4u94wy7p
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Sagantaa bashannanaafi aartii Afaan Oromoo😍! hundaa Roobii Galgala 3:30tti Anis Gabiin kan dhihaatu!📺!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti
👉tinyurl.com/2xud5nh7

Sagantaa bashannanaafi aartii Afaan Oromoo😍! #KilooleeYeroo hundaa Roobii Galgala 3:30tti Anis Gabiin kan dhihaatu!📺!#Ethiopia #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti 👉tinyurl.com/2xud5nh7
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Ofeeggannoo malee konkolaachisuun balaa guddaa isaan qaqqabeet oole😲! Maatiin rokkoo guddaa keessa galeera😢
Wiixata galgala 3:30tti daawwadhaa🕰️📺
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti!
!
👉tinyurl.com/2d5wfcmw

account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Hojiin hammeenyaa Obbo Zinnaaw hojechaa ture amma waan isumatti debi'e fakkaata😅
Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti📺 !
Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa👇
tinyurl.com/5bnbn4p4

Hojiin hammeenyaa Obbo Zinnaaw hojechaa ture amma waan isumatti debi'e fakkaata😅 #Qaqqabaa Wiixata-Jimaata Galgala 2:00 irratti daawwadhaa! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti📺 #Ethiopia! Daawwachuuf liinkii jiru cuqaasaa👇 tinyurl.com/5bnbn4p4
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Hojjettoonni mana Raaheel seexanaa jedhan😱 Obbo Taaddasaan dhukubsataniru😰
Wiixata - Jimaata Galgala 1:30 daawwadhaa📺! ! DStv Ethiopia Chaanaalii 489 qofaan!
Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa👇
tinyurl.com/54r99a93

Hojjettoonni mana Raaheel seexanaa jedhan😱 Obbo Taaddasaan dhukubsataniru😰 #Ilillii Wiixata - Jimaata Galgala 1:30 daawwadhaa📺! #Ethiopia! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 qofaan! Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa👇 tinyurl.com/54r99a93
account_circle
Maaddii Abol(@MaaddiiAbol) 's Twitter Profile Photo

Iluu Abbaaboor biyya goototaafi magarisaa seenaa addaa qabdu '' Leencoo Gammachuu''😍💪
!
DStv Ethiopia Chaanaalii 489 irratti📺 Roobii Galgala 3:30tti Anis Gabiin kan dhihaatu!
Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa👇
tinyurl.com/4pn2aznk

Iluu Abbaaboor biyya goototaafi magarisaa seenaa addaa qabdu '' Leencoo Gammachuu''😍💪 #Ethiopia! #MaaddiiAbol @DStvEthiopia Chaanaalii 489 irratti📺 #Kiloolee Roobii Galgala 3:30tti Anis Gabiin kan dhihaatu! Daawwachuuf liinkii gadi jiru cuqaasaa👇 tinyurl.com/4pn2aznk
account_circle