
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
@abbaafiraak
๐โ๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐โ๐, ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐โ๐ ๐๐๐. ๐๐ฎ๐ซ๐ญ ๐๐จ๐๐๐ข๐ง ๐ธ #OromoVoice โซ๐ดโช๊ง
ID: 1410676307361366020
https://youtube.com/@AbbaaFiraaK 01-07-2021 19:07:13
17,17K Tweet
3,3K Followers
317 Following




Dhiisi hin faarsiin jennan diddee dibbee tumte Suuta jedhis jennan beekan ana malee jette Amma maal sitti hanqannaan fiidde biyyaa baatee Halagaa akka harree si yaabuu waliin gadi teesse Nama waliin nu nyaatte hammiif gadi kaate? #WeNeverForget Jawar Mohammed CC: Milkessa Gemechu

Lew 19 33-34 Namni galaan sii wajjin biyya kee keessa yoo jiraate, isa hin cunqursin! Namni galaan si bira jiraatu akkuma nama biyyaatti haa ilaalamu! Atis biyya Gibxiitti galaa waan turteef, akkuma ofii keetiitti isa jaalladhu! gemechu geleta maal jettu? OROMIAN fi ๐๐ค๐๐จ๐๐ฃ ๐๐๐๐๐๐จ๐๐๐คซ